Textile, Garments and Uniforms
Waajiri Maallagas Bulchiinsa Magaalaa Naqamtee Sekteraalee Bulchiinsa Magaalaa keessatti argamaniif bara Meeshaalee adda addaa bitachuu barbaadu
Textile, Garments and UniformsTextile, Garment and LeatherShoes and Other Leather Products
Oromia
More tags
StationeryOffice Supplies and ServicesPrinted Advertising MaterialsAdvertising and PromotionPrinting and PublishingKitchen EquipmentIndustrial Machinery Provision and InstallationTri Wheeler, Motorcycles and Bicycles PurchaseSpare Parts and Car Decoration MaterialsMachinery and EquipmentAgriculture and FarmingEquipment and AccessoriesElectrical, Electromechanical and ElectronicsOffice Machines and AccessoriesVehicleRentVehicles PurchasePlastic ProductsPlastic Raw Materials and ProductsPlastic Raw MaterialsAluminium ProductsSteel, Metals and AluminiumSteel Raw Materials and ProductsOther MetalsCleaning and Janitorial Equipment and ServiceProducts and ServicesRaw Materials and SuppliesHouse FurnitureFurniture and FurnishingOffice FurnitureComputer and AccessoriesIT and TelecomOthersMaintenance and RepairVehicle (garage service)Food Items and DrinksFood and BeverageEnglish2merkatoWaajjira Maallaqaa Bulchiinsa Magaalaa Naqamtee
Description
Beeksisa Caalbaasii Ifaa Marsaa 1ffaa
Waajiri Maallagas Bulchiinsa Magaalaa Naqamtee Sekteraalee Bulchiinsa Magaalaa keessatti argamaniif bara baajeta 2019 Meeshaaleewwan Armaan gaditti tarreeffaman caal-baasii ifaadhaan dorgomsiisee bituu barbasda
- Bittan Uffata seeraa Hojjettoota Mootummaa seeraan eeyyamameef Loot 01 Kabachiisa Caal-baasii (CPO) Qarshii 62,000.00 (kuma jaatamii lama).
- Bittaa Hodhaa Uffata Seeraa Hojjettoota Mootummaa Loot 02 Kabachiisa Caal-baasii (CPO) Qarshii 20,000.00 (kuma digdama).
- Bittaa Meeshaalee Barreeffamaa Biiroo keessaa Loot 03 Kabachiisa Caal-baasii (CPO) Qarshii 100,000.00 (Kuma dhibba tokko).
- Bittaa Maxxansaalee Adda Addaa Loot 04 Kabachiisa Caal-baasii (CPO) Qarshii 70,000.00 (Kuma torbaatama).
- Bittaa Meeshaalee Quiqullina biiroo keessaa Loot 05 Kabachiisa Caal-baasii (CPO) Qarshii 62,000.00 (kuma Jaatamii lama).
- Bittaa Galteewwan Warshaa Daakuu fi Daabboo Loot 06 Kabachiisa Caal-baasii (CPO) Qarshii 100,000.00 (Kuma dhibba tokko).
- Bittaa Goommaa Konkolaattotaa fi Goommaa Motor saayikiloota adda addaa Loot 07 Kabachiisa Caal-baasii (CPO) Qarshii 138,000.00 (Kuma dhibba tokkoo fi kuma soddomii saddet).
- Bittaa Meeshaalee Farmiichera Adda addaa Loot 08 Kabachiisa Caal-baasii (CPO) Qarshii 245,000.00 (kuma dhibba lamaa fi kuma Afurtamii shan).
- Bittaa Meeshaalee Elektirooniksii adda addaa Loot 09 Kabachiisa Caal-baasii (CPO) Qarshii 250,000.00 (kuma dhibba lamaa fi kuma shantama).
- Bittaa Suphaa Konkolaattotaa adda addaa, Mooter Saayikilootaa adda addaa fi Baajjaajjii Lot- 10 Kabachiisa Caal-baasii (CPO) Qarshii 150,000.00 (kuma dhibba tokkoo fi kuma shantama).
- Bittaa Galteewwan Warshaa fi-Nyaata Daaimmanii adda addaa Lot-11 Kabachiisa Caal-baasii (CPO) Qarshii 100,000.00 (kuma dhibba tokko) Caal-baasii Ifaadhaan dorgomsiisee bituu waan barbaaduuf Ulaagaaleearmaan gadinti argamu kanneen guuttan caal-baasii kana irratti akka dorgomtan afeeramtaniittu.
Haaluma Kanaan:
- Gibira bara 2018 kan kaffalanii fi gosa daldala meeshichaatiin Hayyama daldalaa haarome dhiyyeefachuu kan danda'u
- Lakkoofsa eenyummaa kaffaltii Gibiraa /TIN No/ kan qaban, koppii isaa dhiyeessuu kan danda'an.
- Galmaa'aa Taaksii dabalata qabeenyaa/VAT/kan ta'anii fi waraabbii/koppii sartafikkeetii dhiyeessuu kan danda'an.
- Tarree dhiyeessitootaa/supplier List keessatti kan galmaa'anii waraabbii/kooppii ragaa galmee dhiyeessummaa ministeera Maallaqaa ykn Ejeensii Bittaa fi Dhabamsiisa Qabeenya mootummaa ykn qaama inni bakka buusee irraa dhiyeessuu kan danda'anii fi ragaan galma'uu isaani online ilaaluun kan mirkanna'uu ta'a
- Gibira kaffaluu isaa kan ibsu waraqaa ragaa (tax clearance) Waajjira Galiiwwanii irraa dhiyeeffachuu kan danda'u ta'uu qaba.
- Dorgomaan meeshaalee irratti dorgomuun mo'ate adda addaa yeroo ajajamutti baasii mataa isaatiin hanga Waajira Maallaga Bulchiinsa Magaalaa Nagamite kuusaa meeshaatti dhiycessuudhaan quiquillinni akkataa ispesifikeeshini sanada dorgommii caal-baasi iratti argamuan dhiyyachuun isaa ogressa dhimmi isaa ilaallatuun erga mirkanaa'ee booda galii gochuudhaan herrega isaa fudhachuu kan danda'u ta'uu qaba.
- Dorgomaan Caal-baasii irratti hirmaate kamiyyuu caal-baasichi erga banamee booda caal-baasi keessa bahuu ykn yaada biraa gonkumaa dhiyeessuu hin danda'u. Dorgomaan kamiyyuu kabajchiisa caal-baasi tokko tokkoo meeshaaleewwan caal-baasicha irratti dhiyaatanii fi armaan olitti ibsaman lakk. 1 hangs9titti argaman kanaaf qarshii irra keessatti ibsame baankii beckamtii qabu irraa tokko tokkoo isaaniif gosoota meeshaaleewwan irratti dorgomaniif (CPO) dhaan kan mirkanaa'e hojjechiisuudhaan vaada caal-baasii kana waliin dhiyeeffachuu kan danda'an ta'uu qaba.
- Dorgomaan sanada caal-baasii loot 01-9ti ibsamee jiu kannen irratti dorgomuuf qarshii hin deebine 1000.00 (Kuma tokko) Maqaa Waajjira Maallaqa Bulchiinsa Magaalaa Nagamteen banamee kan jiru Baankii Siingee Lakk. 1052230401214 Damee Naqamtée irratti telle birriin galii gochuudhaan waajira Galiiwwan Bulchiinsa Magaalaa Naqamteetti geessuun nagahce isaa jijjiinuun koppii isaa qabatee Waajjira Maallaga Bulchiinsa Magaalaa Naqamtee Dirree Masqalas cinatti argamutti qaamaanis has ta'u B/Bu'insa seeraan kan qabu koppii isaa qabachuun dhiyaatee Kutas Garce bittaa Darbii 2ffaa Lakk 3 irraa sanada caal-baasichaa fudhachuun dorgomuu ni danda'u.
- Caal-baasicha Gufachiisuuf kan yaale Dorgomaan kamiyyuu Caal-baasii mootummaan baasuun ala ni ta'a.
- Gatii Dorgomaa tokkoo irratti hundaa'uun gatii dhiyeessuun gonkumaa hin danda'amu.
- Dorgomaan caal-baasii kamiyyuu mo'ataa ta'uun isaa erga beeksifamee kaasee guyyaa 10 (kudhan) osco hin guutiin dhiyaatee walii galtee mallatteessuu qaba.
- Dorgomtoonni sanada tarreeffama gatii "Specification" osoo hin jijjiiriin gatii meeshaalee VAT 15% dabaluudhaan guutanii dhiyeeffachuu qabu. Yoo VAT %15 osoo hin dabaliin dhíyeessan garuu akka dabalameetti ni fudhatama.
- Sanadni yaada dorgomii Gatiin yeroo gautamu haqaa fi laaqa qabachuu hin qabu, akkasumas sanadaCaal-baasii qophaa'ee jiru irra ulaagaalce tekinikaa guutamus qabu dhiyeeffachhuun dirqama
- Dorgomtoonni Sanadni yaada dorgomii gatii osoo hin banamiin Sammudi tokko tokkoo meeshaalee dirgama dhiyyachuu qaban uffataa seera gosa hundaa lot- 01, meeshalee barreffamas gosa bundaa lot--03 fi meeshalee qulqulinaa gosa hundaa lot--05 yammuu ta'an dorgomaan saamuda meeshaaleewwan kana yeroo dhiyyeessu galmeessuun kutaa beenya waajira keenyaa biratti kan qabamu ta'uu qaba
- Dorgomtoonni sanada Caal-baasichaa (bid docement) gosa irratti dorgoman hunda irratti mallattoo fi chappaa itti gochuu qabu, yoo interpiraayizii maayikiroo ta'e namni seeraan bakka bu'insa qabu kan mallatteessuu fi koppii bakka bu'insaa seera qabeessa ta'e sanada yaada dorggommii teekinikaa originalii keesaatti kan dhiyeeffatu ta'ee yoo nama dhuunfaatu dorgoma ta'e Mallattoo hoji gaggeessaa dhabbatichaa eeyyama irra kan jiru ta'ee teessoo fi chapaa dhaabbatichaa itti gochudhan teekinikaa orjinaalii fi koppii isaa poostaa adda addan, sanada yaada dorgomi gatiin itti guutamu ykn financial orijinaalii fi koppii isaa poostaa adda addaatti kan dhiyyatu ta'ee waliigala poosta tokkoon samsamee dhiyyachuu qaba.
- Caal-baasiin kun Gaazexaa irratti guyyaa bahe irraa eegalee guyyoota hojii walitti aanan 15 (kudha shaniif) gaafa 22/12/2018 hanga gaafa 8/1/2019ti dorgomtootaaf banaa ta'ce qilleensa irra kan turu ta'ce gaafa guyyaa 16ffaa gaafa 11/1/2019 ganama keessaa sa'aa 3:00 irratti sanduqni caal-baasichaa erga saamsamee booda guyyaadhuma sana dorgomtoonni caal-baasichaa ykn bakka bu'aan seera qabeessa ta'e bakka argamanitti sa'aa 3:30 irratti kan banamu ta'a. Garuu guyyaan jedhame kun Ayyaana Waggaa ykn Sanbataa fi Dilbata irra yoo oole guyyaa hojii itti aanu ni banama.
- Waajirichi karaa fooyya'aa yoo argate caal-baasicha gar-tokkeenis ta'e guutummaan guutuutti haquuf mirgi isaa eegamaadha.
Ibsa dabalataaf lakk. 0578901032 bilbiluudhaan gaafachuun ni danda'ama.
Waajjira Maallaqaa Bulchiinsa Magaalaa Naqamtee
Tender details
- Deadline: 2026-09-21
- Bid closing time: 09:00
- Bid opening: 2026-09-21 09:30
- Region: Oromia
- Publishing entity: Waajjira Maallaqaa Bulchiinsa Magaalaa Naqamtee
- Bid bond: Lootiidhaan adda addaa dha
- Bid document price: Qarshii 1000.00
- Published on: Addis Zemen (Aug 28, 2026)
- Posted at: 2026-08-28T09:14:49.000Z