House and Building Sale

Mana Murtii Aanaa Kutaa Magalaa Calalaqaa mana jireenyaa gurguruu barbadaa

Description

Beeksisaa Caalbaasii

M/A/Mirgaa Aadde Beetel Kinfuu fi M/A/Idaa Obbo Kiflee Isheetee gidduu dhimma falmii raawwii jiru ilaalchisee mana jireenyaa falmiif sababa ta'e Magaalaa Finfinnee Kutaa Magaalaa Qirqoos keessatti argamu lakk. manaa 217, balinni lafa M2550, lakk. iddichaa AA000040101638 ta'e, maqaa M/A/idaatiin galmaa'ee beekamu tilmaama ka'umsa caalbaasii mana jireenyaa qarshii 2,713,544.74(miliyoona lamaa fi kuma dhibba torbaafi kuma kudha sadiifi dhibba shanii fi afurtam afur fi san. 74/100) ta'e kana caalbasidhaan waan gurguramuuf namoonni caalbasii kana dorgomtanii bitachuu baarbaddan gatii ka'umsa caalbaasii 1/4 (25%) CPO qabsiisuun akka dorgomtan bitattan ibsaa, guyyaan caalbaasiin kun itti gaggeeffamu gaafa 23/01/2019 sa'aatii 3:00 hanga 6:00'tti iddoo manni kuni argamutti dhiyaattanii dorgomuun bitachuu kan dandeessan ta'uu manni murtii ajajeera. M/M/O/M/Bishooftuutti

 Mana Murtii Aanaa Kutaa Magalaa Calalaqaa.


Tender details

  • Deadline: 2026-10-03
  • Bid closing time: 12:00
  • Bid opening: 2026-10-03 12:00
  • Region: Oromia
  • Publishing entity: Mana Murtii Aanaa Kutaa Magaalaa Calalaqaa
  • Bid bond: 25%
  • Published on: Kallacha Oromiyaa (Aug 27, 2026)
  • Posted at: 2026-08-29T06:55:33.000Z
← Back to all tenders