House and Building Sale

Mana Murtii Aanaa Walisoo mana jireenyaa gurguruu barbadaa

Description

Beeksisa caalbaasii

R/Himattuun Aadde Maskaram Taaddasaa fi R/himatamaan Tokkummaa Hayileefi jidduu Lixaan Waldaa Aksiyoonaa Liqii fi Qusannaa Xixiqaa Mattamaaman Damee Walisoo B/B Mokonnin Kabbadaa jidduu falmii raawwii jiru ilaalchisee mana jireenyaa qorqorroo luukii 70 Aanaa Walisoo Ganda Obbii Kojii keessatti ballina M² 200 irratti argamu,gatii ka'umsa caalbaasii qarshii 1,039,148n gaafa 23/01/2019 sa'aatii 3:00 - 6:00tti waan gurguramuuf namoonni dorgomtanii bitachuu barbaaddan iddoo,guyyaafi sa'aatii ibsametti qaamaan dhiyaattanii bitachuu kan dandeessan ta'uu manni murtii ajajeera.

Mana Murtii Aanaa Walisoo.

 


Tender details

  • Deadline: 2026-10-03
  • Bid closing time: 12:00
  • Bid opening: 2026-10-03 12:00
  • Region: Oromia
  • Publishing entity: Mana Murtii Aanaa Walisoo
  • Published on: Kallacha Oromiyaa (Aug 27, 2026)
  • Posted at: 2026-08-29T06:57:26.000Z
← Back to all tenders