House and Building Sale

M/M/O/M/Bishooftuutti M/M/A/K/M/ Calalagaa mana jireenyaa fii mana gamoo abbaa darbii tokkoo gurguruu barbadaa

Description

Beeksisa Caalbaasii Marsaa 2ffaa

R/Himattoonni Obbo Dagimaawwii Alamaayyoo N-3 fi R/ Himatamaan Obbo Alamaayyoo Nagawoo jidduu falmii raawwii jiru ilaalchisee 1 ffaa mana jireenyaa Magaalaa Bishooftuu Ganda Filtuu duraanii ykn Aanaa H/Arsadee ammaa keessatti argamu. lakk.manaa 130 ta'e,gatii ka'umsa caalbaasii qarshii 541,500n fi 2ffaa mana gamoo abbaa darbii tokkoo ballina M² 184 irratti argamu,gatii ka'umsa caalbaasii qarshii 13,308,194n waliigala manneen ballina M² 448 irratti argamu,gatii ka'umsa caalbaasiiqarshii 13,849,694n gaafa 14/01/2019 sa'aatii 3:00 - 6:00tti  waan gurguramuuf namoonni dorgomtanii bitachuu barbaaddan gatii ka'umsa caalbaasii 1/4 CPO qabsiisuun iddoo manni kun argamutti argamuudhaan dorgomtanii bitachuu kan dandeessan ta'uu fi mo'ataan caalbaasii guyyaa caalbaasicha mo'ate irraa kaasee guyyoota hojii walitti aanan torbee tokko keessatti gatii qabeenyicha ittiin bitate guutumaan guutuutti kaffalu akka qabu manni murtii ajajeera.

M/M/O/M/Bishooftuutti M/M/A/K/M/ Calalagaa.


Tender details

  • Deadline: 2026-09-24
  • Bid closing time: 12:00
  • Bid opening: 2026-09-24 12:00
  • Region: Oromia
  • Publishing entity: M/M/O/Magaalaa Bishooftuu
  • Bid bond: 25%
  • Published on: Kallacha Oromiyaa (Aug 27, 2026)
  • Posted at: 2026-08-29T07:04:46.000Z
← Back to all tenders