Machinery and Equipment

Baankiin Sinqee W.A Tiraaktara, Modela 5075E, bara omishaa 2024 A.L. A gurguruu barbaada

Description

Lakk.BS/KTS/040/2018

Baankiin Sinqee W.A Qabeenya armaan gadii bu'uura Aangoo Labsii lakk. 1147/2011tiin kennameefiin caalbaasiidhaan gurguruu barbaada

 

Maqaa Liqeeffataa

 

Maqaa waldaa qabeenya

wabummaan qabsiisee

 

 

Damee

Liqeessaa

 

Ibsa qabeenya caalbaasiif dhiyaate

 

Ka'umsa

Caalbaasii

Qarshiidhaan

 

Guyyaa Caalbaasiiin itti gaggeeeffamu

 

Marsaa

Caalbaasii

ba'e

 

Qabeenya Caalbaasiif dhiyaate

 

Lakk.Gabatee

 

Guyyaa

 

 

Sa'aatii

 

1

Waldaa Eliyaas,Masarat fi

Hiryotaa isaanii

 

Waldaa Eliyaas,Masarat fi Hiryotaa isaani

 

 

Buree

 

Tiraaktara, Modela 5075E,

bara omishaa 2024 A.L. A

SA-4896 OR

2,517,120.00

11/1/2019

 

4:30-5:30

1ffaa

Dambiiwwan Caalbaasii:

1) Dorgomaan ykn bakka bu'aan seeraa dorgomaa gatii ka'uumsa Caalbaasichaa 1/4ffa Ajaja Baankii /C.P. O/ dhaan mirkanaa'e qofa qabsiisuun galmaa'uun dorgomuu ni danda'a. Dorgomaan Caalbaasiicha mo'ate guyyaa 15 (kudha shan) keessatti gatii qabeenyicha ittiin mo ate kaffalee xumuruu qaba. Kan hin xumurre yoo ta'e, qarshii qabsiise Baankichaaf galii ta'ee, Caalbaasichi kan haqamu ta'a. Dabalataan garaagarummaa gatii qabeenyichi Caalbaasichaaf irra deebiin ba'uun uumamuuf itti gaafatamaa ta'a.

2) Dorgomaan caalbaasii irratti gatii ol'aanaa dhiyeesse caalbaasichaa mo'aachuu isaa qaama dhimmi ilaaluun erga mirkanaa'een booda xalayaa mo'aataa ta'uu isaa ibsu kennamaaf.

3) Caalbaasii irratti argamuu kan danda'u dorgomaa, liqeeffataa fi qabsiisaa qabeenyaa ykn bakka bu'aa seeraa isaanii qofa ta'a.

4) Caalbaasichi kan adeemsifamu bakka qabeenyichi itti argamu Go/I/A/Boor Aanaa Buree Magaalaa Buree (waajjira Bulchiinsa Aanaa) tti ta'a.

5) Guyyaa caalbaasiichaatti sa'a 4:30-5:00tti yeroo galmee dorgomtoota ta'ee sa'a 5:00 irraa eegalee galmeen dorgomtootaa hin jiraatu, sa'a 5:00 irraa eegalee hanga sa'a 5:30tti yeroo caalbaasiin adeemsifamu ta'a.

6)Kaffaltii jijjirraa maqaa taaksii isaan walqabatan fi kanneen biroo bitataan bu'uura seeraatiin akka kaffaluuf murtaa'ee bitataan/mo'ataan caalbaasii akkaataa barbaachisummaa isaatti kan kaffalu ta'a.

7) Waldaan Daldalaa Waldicha bakka bu'ee Caalbaasicha irratti dorgomuu barbaade sanada aangoo qaamaa seerummaa qabaachuu isaa agarsiisu (Barreeffama Hundeeffamaa/ Dambii ittiin Bulmaataa) fi aangoo bakka bu'insa seeraa qabatee dhiyaachuu qaba.

8) Baankichi karaa mijaawaa biroo yoo argatee, Caalbaasicha guutummaatti ykn gar-tokkeen haquuf mirgi isaa kan eegamedha.

9) Namni qabeenya Caalbaasiif dhiyaate kana ilaaluu barbaadu, Damee liqeessaa beellama qabsiifachuun ilaaluu ni danda'a.

10) Dorgomaan moo'ataa caalbaasiti kan jedhamu moo'ataa ta'uu isaa kan ibsu barreeffamaan yeroo xalayaan harka isa gahu qofadha

11) Odeeffannoo dabalataaf: Lakkoofsa bilbilaa Baankii Siinqee Kutaa Tajaajila Seeraa (011-557-6016), Baankii Siinqee (+251-47112-2862), ta'e irratti bilbiluun gaafachuun ni danda'a.

Baankiin Siinqee W.A


Tender details

  • Deadline: 2026-09-21
  • Bid closing time: 11:30
  • Bid opening: 2026-09-21 11:30
  • Region: Oromia
  • Publishing entity: Siinqee Bank Share Company
  • Buyer address: Joseph Tito Street, Kazanchis, adjacent to Nega City Mall, Oda Tower
  • Bid bond: 25%
  • Published on: Kallacha Oromiyaa (Aug 27, 2026)
  • Posted at: 2026-08-29T07:19:10.000Z
  • Buyer website: https://siinqeebank.com/
← Back to all tenders