Stationery
Godina Shawaa Lixaatti Waajjiiri Mallaqaa Aanaa Ejeree Bara Bajaata 2019 Hojii seektarotaa fi B/Gandoota Aanaa keenyaa tiif kan oluu Meeshaalee dorgomsiisee bituu barbaada.
More tags
Description
Beeksisa Caalbaasii Ifaa
Lakk. 01/2019
Godina Shawaa Lixaatti Waajjiiri Mallaqaa Aanaa Ejeree Bara Bajaata 2019 Hojii seektarotaa fi B/Gandoota Aanaa keenyaa tiif kan oluu Meeshaalee Barreessaa, Qulqulinaa,Elektroniksii Meeshaalee dhabbii biiroo keessaa,Uffàta seeraa hojjeetoota fi Gommaa Konkoolataa fi Doqidoqee Labsii bittaa motummaa naannoo Oromiyaa Lakk .157/2002 fi Qajeelffama Bittaa mootummaa naannoo oromiyaa Lakk.02/2004 irratti hunda'udhaan caalbaasii ifaatiin dorgomsiisee bituu barbaada.
Ibsaa Balli'inaan
Caalbasiin kun Guyyaa Gaazexaa kallachaa Oromiyaa irratti bahe calqabee gosoota fi waliigala odeeffannoo meeshaalee bitamuuf barbadaman kan ibsu sanda caalbaasii gosa bittaa tokko tokko qopha'ee kan hin deebine qarshii 700.00 (Dhibba Torba) Waajjiraa Galiiwwan Aanaa Ejereetti kaffaludhaan yeroo hundumaa sa'atti hojii Mootummaa wajjiraa Mallaqaa Aanaa Ejeree Lakkofsaa 4 dhufudhaan bitachuun ni danda'ama.
Ulaagaalee Dorgomtooni guutachuu qaban
1. Gibiraa Bara kana kan kaffalaniifii zarfii daldala meeshichaatiin heyyama daldala haarome kan qaban, raga footokopii isaa qabatamaa dhiyeessuu qabu.
2. Galma'aa taksii dabalaa qabeenya/VAT/ kan ta'an fi footo kopi dhiyeesuu qabu
3. Tarree dhiyesitootaa keessatti kan galma'anii fi raga galmee dhiyeessumaa ministeraa maallaqaa ykni qamaa angoon keennamefiraa dhiyeesuu kan danda'uu
4. Dorgomtoonii baay'ina gaatii walii gala meeshaalee gosa bittaa dokumaantii tokko dorgomaan irraatti ida'amaa walii galaa irraa %1 kabachisaa caalbasii (CPO) kan qopha'ee qofa sanadaa calbasichaa waliin dhiyessuu qabu
5. Doorgomtoon kaabachisaa caalbasii CPO yoo baarresistaan Meeshaalee tokko tokkon doorgomtaan ida'amaa waaliigalaa irraa 1% yemuu qaabsiftaan dhiibbentaa jedhaamee oliisi ta'ee gaadi fudhatama hin qabuu.
6. Dorgomaan caalbasii kanaa doorgomee mo'atee akka dhiyaatee waalgaltee maallateesuu fi kaabachisaa waaligaltee 10% akka qaabsisuu itti himaamee dhiyaatee waaligaltee maallateesuu fi kaabachisaa waaligaltee qabsisuu dhisee achuumaan haafe bu'uuraa labsii sirna bittaa fi bulchiinsa qabeenya Mootumma Nanno Oromiyaa lakk.157/2002 keewwata 62.7n kan itti gaafatamuu ta'aa
7.Dorgoomtoni gaatii Meeshaalee tokko tokkon ittin dorgomaan sanada caalbaasii irratti guutuudhaan orjinaala isaa fi koopii isaa adda addaatti (qofa qofaatti) Poostaa gaggaadhan samsammu qaba
8.Daldaalttoonni Caalbasiin kan Bittatan guyyaa Caalbasiin kun gaazexaa irratti bahee irraa eegaalee guyyaa hojii Mootummaa guyyaa Hoojii 15(kudhaa shaan) ergaa qileensaa irraa turee Gaafumaa guyyaa 15 kudhaa shaanaffaa) ganaamaa keessaa sa'attii 4:00 tti waajjiraa keenyaa armaan olitti ibsamee Lakk.4 tti sanduqa Caalbasii kanaaf qopha'ee keessaa galchuu ni cuufamaa.
9. Caalbasiin kun guyyaa armaan ol lakkofsaa 9 irratti ibsamee ganaamaa keessaa sa'attii 4:30tti dorgoomtonii Ykn bakka bu'onnii isaanii fi qamooleen irratti hirmachuu barbadaan bakka argamanitti ni banama. Dhabaatni caalbasichaa galchee ykn bakka bu'aan yoo jirachuu batees poostaan isani galchaan ni banamaa.
10. Dorgoomttooni caalbasii kana mo'atan yeroo waliigaltee mallatessaan gaatii waligalaa meeshaalee mo'atanii %10 wabummaa kabaachisa waliigaltee baankiidhaan kan ragasifamee (CPO) seera qabessaa ta'ee dhiycessuu qabu.Dorgomtooni mo'ataman (calbasichaa kufan) mo'ataa fi mo'atamaan calbasichaa ergaa ifaa ta'ee booda kabachifnii caalbasii duraa galchaan battalumatti fudhachuu ni danda'u
11. Dorgoomttoni caalbasii kana mo'aataan baasii kamiyyuu danda'uudhaan meeshaalee mo'taan mana kuusaa wajjiraa mallaqaa A/Ejereetti dhiyyessuu qabu.
12. Kaffaltiin mallaqaa Gaatii meeshaalee dhiyaataniif taasifamuuf akka mija'uu dhiyyeessan kam iyyuu herregaa baankii daldalaa Itiyoophiyaa fi Bankii Siinqee qabaachuu fi beeksisuu qaba
13. Waajjirichi mala ykn filannoo biraa yoo argatee caalbaasii kana gartokes ta'ee gutumaan gutuutti haquudhaaf mirga qaba
14. Dorgomaan kamyuu meeshaa irraatti doorgomuu modeelaa ykn biraandii ibsee kan hin gaalchinee yoo ta'ee doorgomidhaan alaa ni ta'aa
15. Dorgomaan kamiyyuu Meeshaalee naamunaa/saamudaa/ baarbadaan yemuu sanadaa guutee deebisuu waaliin fidee kenna qabaa. Ragaa Dabalataan barbadamuuf lakkofsa bilbila 0920-58-53-70, 0913-66-65-45 fi 0913-94-22-32 Teesson fiinfinnee gara Amboo km 44 irraatti argaamaa Godinaa Shawas Lisaa
Waajjira Maallaqaa Aanaa Ejeree
Tender details
- Deadline: 2026-09-16
- Bid closing time: 10:30
- Bid closing (note): Guyyaa Hoojii 15(kudhaa shaan) ergaa qileensaa irraa turee Gaafumaa guyyaa 15 kudhaa shaanaffaa) ganaamaa keessaa sa'attii 4:00tti
- Bid opening: 2026-09-16 10:30
- Bid opening (note): Guyyaa Hoojii 15(kudhaa shaan) ergaa qileensaa irraa turee Gaafumaa guyyaa 15 kudhaa shaanaffaa) ganaamaa keessaa sa'attii 4:30tti
- Region: Oromia
- Publishing entity: Waajjira Maallaqaa Aanaa Ejeree
- Bid bond: 1%
- Bid document price: Qarshii 700.00 sanada tokkoo
- Published on: Kallacha Oromiyaa (Aug 27, 2026)
- Posted at: 2026-08-29T08:11:36.000Z