Stationery

Godina Shawaa Lixaatti Waajjira Maallqaa Aanaa Baakkoo Tibbee Meeshaalee Bituu barbaadaa.

Description

Beeksisa Caalbaasii Bittaa Meeshaalee

Godina Shawaa Lixaatti Waajjirri Maallqaa Aanaa Baakkoo Tibbee Bittaa Meeshaalee Barreeffama, Bittaa Meeshaa Qulqullina, Bittaa Meeshaa Biiroo keessaa Bittaa Meeshaa Elektirooniksii, Bittaa Meeshaa Farnicheerii, Bittaa Meeshaalee konkolaataa fi Gommaawwan adda addaa, fi Bittaa uffataa seeraa caal-baasii ifaattiin Bituu barbaadaa.

Dirqamaa Dorgomtootaa

1. Sanadaa caal-baasichaa Qarshii 1000.(kuma tokko) kaffaluudhaan guyyaa hojii hundaa W/Maallaqaa Aanaa Baakkoo Tibbee kutaa Lakk 5 dhufuudhaan guyyaa Gaazexaa bahee irraa egalee hanga 07/01/2019 sa'aati 11.30 bitachuu kan danda'an.

2. Gibira bara kanaa kan kaffalee fi ragaa dhiyeefachuu kan danda'u

3. VAT(Galii dabalataa) kan galmaa'ee fi ragaa dhiyeefachuu kan danda'u.

4.  Dorgmtootnii kan dhiyeessan gatii waliigalaa 1% baankiiiidhaan kan mirkana'e CPO kabachiisa caalbaasii sanada caalbaasii waliin kan dhiyeesu

5. Moo'ataan caalbaasichaa waligaltee yommuu mallatteessu kabachiisa waligaltee 10%kan qabsiisu ta'uu qaba

6. Dorgomtoota gatiin dorgomaan sanada caalbaasii irratti guutanii poostaa samiidhaan samsame keessa kaahudhaan gaafa guyyaa 08/01/2019 hanga sa'aatii 4. 00 qofa bakka ibsamee lakk biiroo 5 bakka sanduuqaatti galchuu kan dada'an ta'uu

7. Caalbaasiin 08/01/2019 ganama keessaa sa'aatii 4:00 kan cuufamu ta'uu isaa

8. Caalbaasiin 08/01/2019 ganama keessaa sa'aatti 4:30 bakka dorgoomtoonii ykn bakka bu'aan isaanii argamanitti ni banama

9. Gatii meeshaa tokko VAT(qabeenya dabalataa )waajjin guuttanii akka galchitaan

10. Waajjirichii filannoo biraa yoo argatee caalbasiichaa gar-tokkee dhaanis ta'e guutumaa guutuutti haquuf mirgii isaa kan egaame dha.

Odeffanoo Dabalataaf lakk bilbilaa 0945 329 664 ykn 0917 287 962

Godina Shawaa Lixaatti Waajjira Maallqaa Aanaa Baakkoo Tibbee


Tender details

  • Deadline: 2026-09-18
  • Bid closing time: 10:00
  • Bid opening: 2026-09-18 10:30
  • Region: Oromia
  • Publishing entity: Godina Shawaa Lixaatti Waajjirri Maallqaa Aanaa Baakkoo Tibbee
  • Bid bond: 1%
  • Bid document price: Qarshii 1,000.00
  • Published on: Kallacha Oromiyaa (Aug 27, 2026)
  • Posted at: 2026-08-29T08:15:20.000Z
← Back to all tenders