Cleaning and Janitorial Equipment and Service
Godina Kibba Lixaa Shawaatti Kolleejjii BLTO Ammayyaa bara baajata 2019 caalbasii Bittaa meeshaawaliin_dorgomsise bitu barbaada.
More tags
Description
BeeksisaaCaalbasii Bittaa Meeshaa
Godina Kibba Lixaa Shawaatti Kolleejjii BLTO Ammayyaa bara baajata 2019 caalbasii Bittaa meeshaa Barreessa,Bittaa meeshaa qulqullina, Bittaa meesha Dhaabbii,Uffannaa seeraa,Meeshalee barnoota caalbasii ifaa biyyaa keessa waliin_dorgomsise bitu barbaada.
Ulaagaa dorgamaan guuttate Dhufu qabu.
1. Eyyama Daldalaa Gosa meeshaatin kanqabu/ Gibira Mootumma kan kaffale Eeyyama isaa kan haroomse.
2. VAT fi TIN Lakk_ittin galma'e raga kan dhiyyeeffatu/ Lakkoofsa Enyummeessa gibira kan qabu.
3. Lakk_tokko gubbatti kan ibsamee waraqaa Eeyyamaa daldalaa kopi duraa fi duubaa ta'eorjinala fi koppii kan dubbifamu ta'u qaba.
4. Kabachisaa Caalbasii qarshi5,000(kumashan)Baankii beekama irra CPO Sanada wajjin dhiyyeeffachuu kan danda'u.
5. Dorgoman caalbasii teessoon isaa ifaattii beekamu qaba.
6. Caalbasiin gazeexa kallacha Oromiyaatiin erga maxxanfamee ba'e booda guyyootaa 15 (Kudha shan) guyyaa hojii mootumma qilleensa irra oola.
7. Dorgoman kamiyyuu guyyaa 05/13/2018 ganama keessa hanga sa'aati 4:30 qofatti sanada bitatee qopheeffatee saanduqa kanaa qoopha'etti galchuu danda'a .guyyuma sana caalbasiin kan banamu guyyaa 05/13/2018 guyyaa keessasa'aati 7:30 irratti cufamee guyyumaa sana sa'aati 8:00 bakka dorgomtoonni ykn bakkabutoonni jiranitti ni banama.
8. Erga caalbasiin baname Yaada jijjiruu, sanada fooyyesu,keessaa of baasun hin danda'amu..dorgoman caalbasii sanada dhiyyeefatu chappa fi mallattoo dorgoma irrati ta'u qaba.
9.Sanada dorgoma irra haqaa fi laaqaa qabachu hin qabu. Dogoggoran yoo haqame mallattoo irra ka'u qaba.Meeshaa qulqullina isaa eggatee orjiinala dhiyyeessu qabu. coduran
10. Meeshaa Ispeecifikeeshinii kolleejjin dhiyyeeffate gadi yoo ta'e fudhatama hin qabu. Dorgoma irraa kan sanadni Gosa Meeshaa, Baayina omishaisaa, Lakk_ Moodela fi Bara Omishaa isaa ibsamu qaba.
11. Dorgoman meeshaa mo'aate Godina kibba lixa shawa A/Ammayyaa Maagalaa Gindooti Geejiba isaatin kolleejjichatti dhiyyeessun dirqama.
12. Sanadnii caalbasii kan gurguramu Godina K/lixa shawa A/Ammayyaa Kolleejji BLTO Ammayyaa Biiroo Lak_3tti bittachu dandeessu. Meeshaleen hundinuu sanada tokko irratti kan qopha'anidha.bittaan sanadaa qarshi 1,000(kuma tokkoo) kan hin deebine lakk.herrega baankii Siinqee 1044799330119 irratti galii gochuun Kollejjicha irraa bittachuun Naga'e fudhachu qaba.
13. Caalbasiin erga baname xumuramee Ifaatti maxxanu ta'a.
14. Dorgoman wali-galte dhiyyeessi dhiyyatee mallatteessun dirqama. Ta'u banan caalbasii keessaa ni haqama.
15. Sanadni caalbasii kan dhiyyatu gati meeshaa fi kan ittin geejibsisu dabalateti poostaa dhan hapha'e/ samsame / saanduqa kana qoopha'eti galun dirqama dorgoma caalbaasiiti. Dorgoman tokko meeshaa irraatti mo'ate wali gala erga dhiyyeessee Mallaqniisaa kaffalamaf kana ta'a.
16. Kolleejjichi filannoo biraa yoo argate walaka isaa ykn wali_gala haqu ni danda'a.
Ibsaadabalata Lakk Bilbila 0113150531 ykn 0966721823
Kibba Lixa Shawaatti Kolleejjii BLTO/ Ammayyaa Gindoo
Tender details
- Deadline: 2026-09-10
- Bid closing time: 13:30
- Bid opening: 2026-09-10 14:00
- Region: Oromia
- Publishing entity: Godina Kibba Lixaa Shawaatti Kolleejjii BLTO Ammayyaa Gindoo
- Bid bond: Qarshii 5,000.00
- Bid document price: Qarshii 1,000.00
- Published on: Kallacha Oromiyaa (Aug 27, 2026)
- Posted at: 2026-08-29T08:20:37.000Z