Equipment and Accessories
Godina Qellem Wallaggaatti Waajjirii Maallaqaa A/S/Canqaa Finfinnee irraa KM 580 fagaattee kan argamtu bara baajataa 2019tti Meeshaalee dorgoomsiisee dhiyeessisu barbaada.
More tags
Description
Beeksisa Caalbaasii Ifaa
Godina Qellem Wallaggaatti Waajjirii Maallaqaa A/S/Canqaa Finfinnee irraa KM 580 fagaattee kan argamtu bara baajataa 2019tti Meeshaalee Elektrooniksii, Meeshaalee Farniicheraa, Meeshaalee barreeffamaa, Meeshaalee Barnootaa, Meeshaalee Qulqullinaa, Meeshaalee Dhumataa Biiroo keessaa, Meeshalee Dhaabbii, Gommaa konkolaata fi Uffannaa seeraa hojjetootaa Daldaaltota heyyema seera qabeessa ta'e qaban wal dorgoomsiisee dhiyeessisu barbaada.
Ulaagaa caalbaasii
1. Gibira hojii bara 2018 kaffalee heyyema hojii bara 2019 kan haareffate heyyema haara'a kan qabu.
2. Ragaa galmee daldalaa kan qabu.
3. Galmaa'aa VAT ta'uu isaa Waraqaa raga federaalaa ykn A/T/Galiiwwanii irraa kan dhiyeeffatu.
4. Lakk. Eenyummeessa kaffalaa gibiraa (TIN) kan qabu.
5. Tarreeffama dhiyeessitootaa keessa jiraachuu isaaf raga kan qabu..
6. Sanada Caalbaasii qarshii hin deebine qar.500(dhibba sadii) Lakk.ACC. 1000213390582 CBE irratti galchuun nagaa waajjira Galiiwwanii A/S/Canqaatti jijjiirachuun kan dhiyeeffachuun bitachuu kan danda'u
7. Kabachiisa Caalbaasii erga gatiin caalbaasii ragga'ee kan deebi'u Qarshii 5000(kuma shan) qabsiisuu danda'u.
8. Mo'ataan Caal baasichaa Kabachiisa Walii galtee qarshii 20,000(kuma digdama) Lakk.ACC. 1000213390582 CBE irratti galchuun isilippi baankii dhiyeessee waliigaltee mallatteessuu kan danda'u.
9.Mo'ataan meeshaalee gaafatame kaffaltii dursaa malee baajata mataa isaan dhiyeessee galii ta'ee / galii godhee booda qarshiin isaa kan kaffalamuuf ta'a.
10. Mo'ataan caalbaasichaa meeshaalee ajajame guyyaa ajajame irraa eegalee guyyoota 5-10 giddutti dhiyeessuu kan danda'u.
11. Sanadoota dorgommiif barbaachisan Orijinaalaa fi koppii Poostaa adda addaa keessa gochuun oriijinaalli isa kam, koppiin isa kam akka ta'e adda baasee saamsuun laachuu isaa poostaa guddaa tokko keessatti Saamiin saamsee dhiyeeffachuu kan danda'u.
12. Dugda duubii poostaa hundi isaa iyyuu Maqaa dorgomaa, Teessoo dorgomaa, Mallattoo dorgomaa, Chaappaa dorgoamaa fi lakk. Bilbilaa dorgomaa qabaachuu qaba.
13. Yeroo galmee caalbaasii 21/12/2018 hanga 07/01/2019 sa'aatii 10:00tti kan geggeeffamu ta'a.
14. Bakki galmee Waajjira Maallaqaa A/S/Canqaa kutaa lakk. 9 ffaatti ta'a.
15. Yeroon Cufiinsa Saanduqa Caalbaasii 07/01/2019 Saa'atii 10:30tti ta'a.
16. Guyyaan caalbaasiin itti banamu 08/01/2019 sa'aatii 3:30tti bakka dorgomaa/Bakka bu'aan dorgomaa seera qabeessa ta'e argametti ta'ee, bakki Kutaa Bittaa fi Bulchiinsa qabeenyaa
Waajjirichaa lakk. 9 ffaatti. ta'a.
17. Bakki Wal harkaa fuudhiinsa Mana kuusaa Waajjira maallaqaa A/S/Canqaatti ta'a.
Hubchiisa:- Waajjirichi Filannoo Biroo yoo argate Caalbaasicha gar-tokkeen ykn Guutummaatti haquu ni danda'a.
Godina Qellem Wallaggaatti Waajjira Maallaqaa A/S/Canqaa.
Tender details
- Deadline: 2026-09-17
- Bid closing time: 16:30
- Bid opening: 2026-09-18 09:30
- Region: Oromia
- Publishing entity: Godina Qellem Wallaggaatti Waajjira Maallaqaa A/S/Canqaa.
- Bid bond: Qarshii 5000.00
- Bid document price: Qar.500(dhibba sadii)
- Published on: Kallacha Oromiyaa (Aug 27, 2026)
- Posted at: 2026-08-29T09:08:39.000Z