Vehicle and Machinery Foreclosure
Beeksisa Caalbaasii Ifaa Gurgurta Konkolaataa Fe'umsaa
Description
Beeksisa Caal-Baasii
R/Himataa Geetachoo Kooruu fi R/ Himatamaa Siilaash Balaay gid- duu Falmii Raawwii Siviilii Jiruuf;- Konkolaataa Fe'umsaa Moode- la isaa FSR33 ta'e Lakk gabatee AA -03-A21537 Lakk mootoraa 6 HH1-477920 Lakk Shaansii JALK6A130E7103714 ta'e qabeenyum- maan isaa kan r/ himatamaa siilaash Balaay ta'e ka'umsa caalbaasii 1,793,311.77/100 (Miliyoona tokko fi kuma dhibba torbaa fi kuma sagaltamii sadii fi dhibba sadii fi kudan tokko fi santima 77/100) gaafa 05/01/2019 w/dura sa'a 3.00 hanga sa'a 6.30 waan gurguramuuf namootnnii bitaachuu barbadaan bakka qabeenyichaa tti argamtanii akka dorgoomtaan Mannii Murtii ol'aanaa G/W/Lixaa ajajeera.\
Mana Murtii Olaanaa Godina Wallaga Lixaa
Tender details
- Deadline: 2026-09-15
- Bid closing time: 12:30
- Bid opening: 2026-09-15 12:30
- Region: Oromia
- Publishing entity: Mana Murtii Ol'aanaa Godina Wallagga Lixaa.
- Published on: Addis Zemen (Aug 30, 2026)
- Posted at: 2026-08-31T08:05:18.000Z