Equipment and Accessories
Waajjirri Maallaqaa Magaalaa Maayaa bara baajataa 2019tti meeshaalee dhumeeyyii (isteeshinariifi qulqullinaa), meeshaalee dhaabbataa (farnicharaafi elektirooniksii), gommaa/ispeer paartii konkolaataa calbaasii ifaatiin waldorgomsiisee bituu barbaada
Description
Beeksisa Caalbasii Ifaa
lakkoofsa Caalbaasii WMMM/CI/BMB/01/2019
Waajjirri Maallaqaa Magaalaa Maayaa bara baajataa 2019tti meeshaalee dhumeeyyii (isteeshinariifi qulqullinaa), meeshaalee dhaabbataa (farnicharaafi elektirooniksii), gommaa/ispeer paartii konkolaataa calbaasii ifaatiin waldorgomsiisee bituu barbaada.
1. Heyyama daldalaa haaromee qabachuun daldaaltonnii dorgomuuf fedhii qabdan yeroo beeksisnii caalbaasii kun bahe irraa eegaltanii sanada yaada dorgommii bitachuu nidandeessu.
2. Tarreeffama galmee dhiheessitootaa irratti kan galmaa'an ta'uu qabu. FPPA
3. Kabachiisa caalbaasii CPO qabsiisuu qabu.
|
|
Gosaa bittaa |
Kabachiisa caalbaasil |
|
1 |
Isteeshinarii |
50,000 |
|
2 |
Elektirooniksii |
100,000 |
|
3 |
Farniichara |
150,000 |
|
4 |
Ispeer paartii |
200,000 |
4. Dorgomtoonni sanada yaada dorgommii irratti sirreeffama, haqamaafi laaqama taasisuu hin qaban.
5. Dorgomtoonni sanada yaadaa dorgommii ittin dorgoman maallaqa hin deebine qarshii 500 (Dhibba shan) bitachuu qabu.
6. Dorgomaan kamiyyuu sanada yaadaa dorgommii irratti maqaa dhaabbata isaafi teessoo isaa qixa sirriin ibsee chaappaa dhaabbatichaa itti dhahuun sanada yaadaa dorgommii irratti mallatteessee sanada yaaaa dorgomii orijinaalafi kooppii adda addaatti i poostaan saamsuudhaan poostaa haadhoon debisee dhiyeessuu qaba.
7. Beeksisni caalbaasii guyyaa bahe irraa eegalee guyyoota hojii 15 (kudha shan) sa'aatii 2:30 hanga 11:30tti gurguramuun dorgomtoonni sanada yaadaa dorgommii guyyaa beeksifni caalbaasichaa bahe irraa eegalee hanga guyyaa hojii guyyaa 15ffaa (guyyaa kudha shanitti) bitachuun gaafa 16ffaa iddoon Waajjira Maallaqaa Magaalaa Maayaa kutaa bittaatii sa'aatii 4:00 irratti cufamee sa'aatii 4:30tti iddoo dorgomtoonni ykn bakka bu'oonni seeraqabeessa tahe jiranitti caalbaasicha irratti hirmaachuu barbaadan argamanitti kan banamudha.
8. Waajjirri Maallaqaa Magaalaa Maayaa filannoo biraa yoo argate caalbaasicha guutumaan guutuutti haquudhaaf mirgi isaa kan eegame ta'a.
9. Dorgomtoonni gatii yeroo gutaan VAT waliin ta'uu qaba.
Teessoon:- Magaalaa Maayaa Kutaa Magaalaa Awwadaay daandii Bile Gamoo Waajjira Magaalaa Maayaa darvi jaiaa
Lakkoofsa bilbilaa 0932171370/0913958153 bilbiltanii dubbisuu ni dandeessu.
Waajjira Maallaqaa Magaalaa Maayaa
Tender details
- Deadline: 2026-09-21
- Bid closing time: 12:00
- Bid closing (note): 15ffaa (guyyaa kudha shanitti) bitachuun gaafa 16ffaa iddoon Waajjira Maallaqaa Magaalaa Maayaa kutaa bittaatii sa'aatii 4:00
- Bid opening: 2026-09-21 12:00
- Bid opening (note): 15ffaa (guyyaa kudha shanitti) bitachuun gaafa 16ffaa iddoon Waajjira Maallaqaa Magaalaa Maayaa kutaa bittaatii sa'aatii 4:30
- Region: Oromia
- Publishing entity: Waajjira Maallaqaa Magaalaa Maayaa
- Bid bond: Lootiidhaan adda addaa dha
- Bid document price: Qarshii 500 (Dhibba shan)
- Published on: Addis Zemen (Sep 03, 2026)
- Posted at: 2026-09-03T08:13:06.000Z