House and Building Sale
M/M/O/M/Bishooftuutti M/M/A/K/M/ Calalaqaa mana jireenyaa guurguruu barbadaa
Description
Beeksisa Caalbaasii Marsaa 2ffaa
R/Himattoonni Obbo Dagimaawwii Alamaayyoo N-3 fi R/ Himatamaan Obbo Alamaayyoo Nagawoo Jidduu falmii raawwii jiru ilaalchisee 1ffaa mana jireenyaa Magaalaa Bishooftuu Ganda Filtuu duraanii Ykn Aanaa H/Arsadee ammaa keessatti argamu.lakk.manaa 130 kan ta'e,gatii ka'umsa caalbaasii Qarshii 541,500n fi 2ffaa mana gamooabbaa darbii tokkoo ballina M² 184 irratti argamu,gatii Ka'umsa caalbaasii qarshii 13,308,194n waliigala manneenballina M² 448 irratti argamu,gatii ka'umsa Caalbaasii qarshii 13,849,694tiin gaafa 29/01/2019 sa'aatii 3:00 6:30tti waan gurguramuuf namoonni Caalbaasii kanarratti dorgomtanii bitachuu barbaaddan gatii ka'umsa caalbaasii ¼ CPO qabsiisuun iddoo manni kun argamutti argamuudhaan dorgomtanii bitachuu kan dandeessan ta'uu fi mo'ataan caalbaasii caalbaasicha mo'ate irraa kaasee guyyoota hojii walitti aanan torbee tokko keessatti gatii qabeenyicha ittiin bitate guutumaan guutuutti kaffalu akka qabu manni murtii ajajeera.
M/M/O/M/Bishooftuutti M/M/A/K/M/ Calalaqaa.
Tender details
- Deadline: 2026-10-09
- Bid closing time: 12:30
- Bid opening: 2026-10-09 12:30
- Region: Oromia
- Publishing entity: M/M/O/M/Bishooftuutti M/M/A/K/M/ Calalaqaa.
- Bid bond: 25%
- Published on: Kallacha Oromiyaa (Sep 03, 2026)
- Posted at: 2026-09-07T08:19:57.000Z
- Source: 2merkato