House and Building Sale
Mana Murtii Ol'aanaa Godina Wallaggaa Lixaa mana jireenyaa gurguruu barbadaa
Description
Beeksisa Caalbaasii Marsaa 1ffaa
R/Himataa Waajjira Abbaa Alangaa Godina Wallaggaa Lixaa fi R/Himatamaa Obbo Gammachiis Sirriiqaa gidduu falmii raawwii siivilii jiru ilaalchisee qabeenya raawwiin himatamaa kan ta'e mana jireenyaa Magaalaa Mandii Ganda Malkaa Irreechaa keessatti ballina M² 770 irratti argamu,gatii ka'umsa caalbaasii qarshii 4,834,463.79n gaafa 04/01/2019 sa'aatii 8:00tti gatii olaanaa argameen waan gurguramuuf namoonni dorgomtanii bitachuu barbaaddan bakka qabeenyi kun argamutti argamuudhaan dorgomtanii bitachuu kandandeessan ta'uu manni murtii ajajeera.
Mana Murtii Ol'aanaa Godina Wallaggaa Lixaa
Tender details
- Deadline: 2026-09-14
- Bid closing time: 14:00
- Bid opening: 2026-09-14 14:00
- Region: Oromia
- Publishing entity: Mana Murtii Ol'aanaa Godina Wallaggaa Lixaa
- Published on: Kallacha Oromiyaa (Sep 03, 2026)
- Posted at: 2026-09-07T08:25:17.000Z
- Source: 2merkato