Equipment and Accessories

Godina Harargee Bahaatti Waajjimi Maallagaa Bulchiinsa Magaalaa Dadar meeshaalee teeknoolojiifi faarnicharaa Giddugala Tajaajila Wirtuu Tokkoffae MESOB'f barbaachisu caalbaasii ifaan dorgomsiisee bituu barbaada

Description

Beeksisa Caalbaasii Ifaa

Godina Harargee Bahaatti Waajjimi Maallagaa Bulchiinsa Magaalaa Dadar meeshaalee teeknoolojiifi faarnicharaa Giddugala Tajaajila Wirtuu Tokkoffae MESOB'f barbaachisu caalbaasii ifaan dorgomsiisee bituu barbaada. Kanaafuu dorgomtoonni ulaagaalee caalbaasichaa guuttan guyyaa becksifni maxxas famee bahee kaasee sanada caalbaasii bitachuun dorgomuu kan dandeessan tahuu isin beeksifna.

Ulaagaalee dorgommiif barbaachisan:-

  1. Hayyama daldalaa bara 2019 haarome dhiyeeffachuu kan danda'u.
  2. Xalayaa ragaa dhiyeessummaa kan qabu.
  3. Dorgomaan galmaa'aa taaksii dabalata qabeenyaaf (VAT) tahuu qaba
  4. Tin numberii qabaachuufi kabachiisa caalbaasii qarshii 200,000 (Kuma dhibba lama) qofa qabsiisuu isaa Cheekii (CPO) Baankiin mirkanaa'e dhiheeffachuu qaba.
  5. Dorgomtoonni sanada caalbaasii argachuuf guyyaa gaazexaa irratti maxxanfamee kaasee guyyoota hojii walitti aanan kudha shan (15) keessatti kan hin deebine gatii tokkoo sanadichaa qarshii 1000 (kuma tokko) qofa Waajjira Galiiwwan Bulchiinsa Magaalaa Dadaritti kaffaluudhaan sa'aatii hojii mootummaa keessatti Waajjira Maallaqaa Bulchiinsa Magaalaa Dadar Kutaa Adeemsa Hojii Bittaa Lakk. 4 irraa argachuu ni danda'a.
  6. Dorgomtoonni sanada dorgommii guutanii galfatan ragaa orijinaalaafi koppii adda bahee saamsameefi chaappaan rukutame saanduga caalbaasichaaf qophaa'e keessatti galfachuu qaba.
  7. Caalbaasichi guyyaa 18/1/2019 sa'aatii 4:00 irratti cufamee, guyyuma walfakkaataa kana waaree booda sa'aatii 8:00 irratti iddoo dorgomtooni yookiin bakka bu'oonni seeraa isaanii akkasumas qaamni dhimmi ilaallatu argamaniitti ni banama.

Hubachiisa: Waajjirichi carraa fooyyee yoo argate, caalbaasicha guutuu ykn gar-tokkeen haquuf mirga guutuu qaba.

Odeeffannoo dabalataaf Lakkoofsa bilbilaa 0913113739/0920452618

Godina Harargee Bahaatti Waajjira Maallaqaa

Bulchiinsa Magaalaa Dadar


Tender details

  • Deadline: 2026-09-28
  • Bid closing time: 10:00
  • Bid opening: 2026-09-28 14:00
  • Region: Oromia
  • Publishing entity: Godina Harargee Bahaatti Waajjira Maallaqaa Bulchiinsa Magaalaa Dadar
  • Bid bond: Qarshii 200,000.00
  • Bid document price: Qarshii 1000.00
  • Published on: BARRIISAA (Sep 06, 2026)
  • Posted at: 2026-09-07T08:44:09.000Z
  • Source: 2merkato
← Back to all tenders