Equipment and Accessories
Biiroo Kominikeeshiini Oromiyaa eshaa Elektronksii hojii Midiyaatifi Caalbaasii ifaatiin Wal-dogomsiifnee bituu waan barbadaa
Description
Caalbaasii Bittaa Meeshaalee Bara Baajata 2019
Biiroon Kominikeeshin Oromiyaa Baajata Bara 2019 Tajaajila Biirootif kan oolu Meeshaa Elektronksii hojii Midiyaatifi Caalbaasii ifaatiin Wal-dogomsiifnee bituu waan barbaadeef Caalbaasii kana irratti dorgomtoonni hirmatan :-
Ulaagaalee dorgommichaaf barbaachisu.
1. Hayyama daldalaa baara kana haaromfame kaan qabu.
2. Ragaa gibira itti kaffalame kaan baara kana dhiyeessuu kaan danda'ú.
3. Lakkoofsa eenyummaa kaffaltii gibira/lakkoofsa (TIN No.) kan qabu.
4. Galmee dhiyeessitoota meeshaalee irratti galmaa'ee jiraachuu isaa raga kan dhiyyeeffatu.
5. Dorgomtoonni Meeshaa gaafatamee ispeesifikeeshinii gaafatameen dhiyyeessuu qabu.
6. Kabaachisa Caal-baasiitiif dhibantaa 2% (Dhibbantaa lamaa) CPO Baankiin mirkannaa'e qofa qabsiisuu qaba.
7. Poostaa fi Sanada caal-baasii irratti chaappaa dhaabbaticha daldalaa kan qabuun samsaamee dhiyaachuu qaba.
8. Meeshaalee gaafatamaan hunda Biiroo kominikeeshinii oromiyaattii dhiyyeessuun irraa jiraata.
9. Sanada Caal-baasi haqamaa ft laaqamaa qabu dhiyyeessuun hin danda'amu.
10. Ragaawwaan barbaadaman hundinuu Orjinaala fi fotoo koppii dhiyaachuu qabu
11. Yeroon sanadni caal-baasii itti gurguramu guyyaa beeksifini kun gaazeexaan ba'ee irra eegaalee guyyaa hojii mootummaa 21 ta'uun qarshiin 300(Dhibba sadii)kan hin deebine kaffaluun bitaachuun ni danda'uu.
12. Yeroon Sanada Caal-baasi qilleensa irrattii turu guuyoota hojii 21(Digdamii tokko) ta'a kan banmusii guyyaa hojii beeksifin ba'ee irra eegaalee guuyaa hojii 22 irrattii sa'aatii 4:00 cuufamee dorgomaan ykn bakka bu'an jiruutti saaattii 4.30 irrattii banama.
13. Iddoon sanadni caal-baasii itti gurguramu Biiroo kominikeeshinii kutaa Daarektoreti Bittaa, Bulchinsa faayinansii fi qabeenyaatii darbii 9 ta'á.
14. Biiroon filannoo bira yoo argate guutummaa guutuutti ykn walakaa isaa haquf mirgaa qaba.
15. Bakkeen Biiroon ittii argamuu Filamingoo fuuldura waajjirra Pireezedaantii Motummaa Naanoo Oromiyaa Keesatii argamaa.Odeeffannoon dabalata. Lakk. Bilbilaa 0115541816
Biiroo Kominikeeshiini Oromiyaa.
Tender details
- Deadline: 2026-09-28
- Bid closing time: 10:00
- Bid closing (note): Guyyaa 22ffaa sa,aattii 4:00tti
- Bid opening: 2026-09-28 10:30
- Bid opening (note): Guyyaa 22ffaa sa,aattii 4:30tti
- Region: Oromia
- Publishing entity: Biiroo Kominikeeshinii Oromiyaa
- Bid bond: 2%
- Bid document price: Qarshii 300.00
- Published on: Kallacha Oromiyaa (Sep 03, 2026)
- Posted at: 2026-09-07T09:35:19.000Z
- Source: 2merkato