Stationery

Bulchiisa Magaalaa Shaggar Kutaa Magaalaa Malkaa Noonnootti Waajjirri Maallaqaa Aanaa NoonnoooManneen Hojii Mootummaa Aanicha keessatti argaamanif,Bittaa meeshaalee Adaadaa bituu barbada.

Description

Beeksisa Caalbaasii Ifaa Lakk-WMAN-CI-01-19

Bulchiisa Magaalaa Shaggar Kutaa Magaalaa Malkaa Noonnootti Waajjirri Maallaqaa Aanaa NoonnoooManneen Hojii Mootummaa Aanicha keessatti argaamanif,Bittaa meeshaalee barreeffamaa, qulqulleessaa, meeshaalee dhumeeyyii fi xixiqqaa waajjira keessa fi Bittaa meeshaalee Eelektirooniksii fi dhaabbii (Furniture) Aanaa Noonnoo bara baajata 2019tiif caal-baasii ifaatin wal-dorgomsisee bituu barbada. Kannafuu, dorgomtootni caal-baasii irraatti hirmachuu barbaddaan bu'urrumaa armaan gaditti ibsameen dhiyaatanii dorgommuu ni danda'u.

1. Dorgomtootni kallattii hojii daldalaa isaanittin heeyyamaa daldalaa seera qabeessa ta'e, Waraqaa dhiyyeessummaa Faayinaansii (supply registration list), ragaa VAT fi ragaa lakkofsa TN fottoo koppii isaa sanadaa caal-baasii Oriijiinaalaa walin dhiyyeesuu dirqamaa qabu.

2. Dorgomtootni sanada Caalbaasii guyyaa beeksifni kun Gaazexxaa Kallacha Oromiyaa irrattii qilleensaraa olee eegalee guyyota hojii 15/ kudha shan/keessaattii yeroo hundaa sa'aati hojii mootummaatti maallaqaa hin deebine Qr. 1000.00 (kuma tokko) Baankii Sinqee Lakk. 1065044381214 irratti galii gochuun Wajjira Galii Aanaa Adeemsa Bittaa Bulchinsa Noonnoo irraa nagahee murachuun Lakkofsa 2 Qabeenyaa waajjira Maallaqaa Aanaa Noonnoo dhiyaachuun sanadicha bitachuus ta'e deebisu ni danda'u.

3. Dorgomaan kaamiyyuu kabachisaa Caalbaasiif kan olu Qarshii 70,000.00 (Kuma torbboatama) maqaa waajjira Maallaqaa Aanaa Noonnoo CPO Baankiidhaan mirkanaa'e, Unconditional Baankii Gaaraantii caalbaasii irraattii dorgommaan ibsudhaan xalayaa Orijiinaalaa sanada Orijiinaalaa caalbaasicha waliin dhiyeessuu dirqama qabu,

4. Dorgommaan kaamiyyuu Ragalee Oriijinaalaa yeroo gaafatamee dhiyyeessuudhaaf fedhii kan qabu ta'u isaa bekkun dirqamaa isaatti.

5. Waajjirrii Maallaqaa Aanaa Noonnoo filannoo fooyyee yoo argatee caal-baasichaa guutummaan guututti ykn gar-tokkee isaa haquudhaaf mirgi isaa seeraan eegamadhaa. Odeeffannoo dabalataaf Lakkofsaa bilbilaa 0919875233, 0917273585, 0911827454 ykn 0917076856

Waajjira Maallaqaa Aanaa Noonnoo


Tender details

  • Deadline: 2026-09-19
  • Bid closing time: 17:00
  • Bid closing (note): Guyyota hojii 15/kudha shan/
  • Bid opening: 2026-09-19 17:00
  • Bid opening (note): Guyyaa fi sa'aatiin caalbaasichi itti banamu hanga ammaatti hin ibsamne.
  • Region: Oromia
  • Publishing entity: Waajjira Maallaqaa Aanaa Noonnoo Noonnoo
  • Bid bond: Qarshii 70,000.00
  • Bid document price: Qrshii 1000.00
  • Published on: Kallacha Oromiyaa (Sep 03, 2026)
  • Posted at: 2026-09-07T09:53:41.000Z
  • Source: 2merkato
← Back to all tenders