Cleaning and Janitorial Equipment and Service
Go/Qe/Wallaggaatti Waajjira Mallaqaa A/Daallee Sadii Baajata Bara 2019tiin Meeshaalee adda addaa bituu barbaada.
More tags
Description
Beeksisa Caalbaasii Bittaa Meeshaalee Marsaa 1ffaa
Go/Qe/Wallaggaatti Waajjira Mallaqaa A/Daallee Sadii Baajata Bara 2019tiinl, Meeshaalee Dhumeeyyii 2, Meeshaalee Qulqullinaa 3,Meeshaalce ijaarsaa 4,Meeshalee Elektiroonksiifi Farnicherota 5, Meeshaalee leenjii BLTO 6,Uffata seera 7, Mootor Saayikilii 8,Gommaa Konkolataa fi Mootor Saayikilii, qaamoota heeyyamaseeraa qabeessa qaban Wal-dorgomsiisee Caalbaasiin irraa bituu barbaada.
Ibsa caalbasichaa
Caalbásiin kun guyyaa Gaazexaa kallacha Oromiyaa irratt maxxanfamee baherraa eegalee ibsa meeshaalee kan qabate sanada (Dokument) guyyaa hojii 15f ta'ee sa'a dura 2:30-6:30 sa'a booda 7:30-11:00tti Godina Q/W/A/D/Sadiitti W/M/A/D/Sadii Biiroo lakk.9 bittachuu kan dandeessan ta'uu ni ibsa.
Kanaafuu Ulaagaalee barbaachisan
1.Idaa mootummaa bara 2017tti bilisa ta'uun heeyyama isaanii 2018 kan haarefatan.
2. VAT, TIN fi Galmee Facaatii dhiyeessaa Akkasumas, Gibira ragaa isaa kan kaffaluusaa waraqaa qulququllina Ragaa A/T/Galii irraa kan dhiyeeffatu.
3. Imx"N Aanaa ykn Godina biroo irraa dhufu xalayaa qulqullinaa qaama isa ijaare irraa dhiyeeffachuu qaba.
4. Ibsa dokumeentii bittaf qarshii 500. (dhibbaa shan) W/Abbaa taayitaa Galiiwwan A/D/sadii kan kaffalu isaa kan ibsau nagahe isaa postaa teknikaa keessa kan galchuu.
5. Dorgomtonni kamiyyuu kabaachiisa caalbasii gatii tilmamaa bittaa waligalaa maqaa W/M/A/D/Saditiin qarshii 10,000.0 CPO CBE irraa bankiin dhaan mirkana'e ykn IMX yoo ta'an xalayaa deeggersaa qaama isan hundeessee irraa sanada Orijinaala caalbasichan walin qabsiisee dhiyeessuu qaba.
6. Mo'atan caalbaasii kana yemmuu walgaltee mallatteessuu wabii raawwii bittaa gatii waliigalaa meeshaalee mo`atan %10 cpo CBE baankiidhan mirkana'e kan qabsiisuqaba.
7. Sanada caalbaasii Tiknikaa kophii fi orijinaalaan postaa tokkon ta'ee,Akkasumas Fayinanshalii Orijinalli postaa tokkon ta'ee,lamman isaa postaa guddaan bakka tokkotti SEEMIINykn gagan, cufame galuu qaba.
8. Hagaa fi laaqan fudhatama hin qabu.
9. Guyyaa Beeksiisii kun bahee eegalee hanga guyyaa hojii walitti aanuu 15tti bakkee kan turu ta'ee gaafa 15 irratti sa'a8:00tti cufamee sa'a 8:30tti bakka abban dhimmaa ykn bakka bu'aan seeran bakka bu'ce bakka jirutti Kutaa bittaa W/M//A/D/Saditti ni banama.
10. Waajirii carraa biroo yoo argate caal-baasii kana guutumman ykn walakkan haquuf mirga qaba. Odeeffannoo Dabalattaaf 09 10 08 07 12 ykn 09 33 98 06 77
Waajjira Mallaqaa A/Daallee Sadii
Tender details
- Deadline: 2026-09-19
- Bid closing time: 14:30
- Bid closing (note): Guyyaa 15ffaa Sa,aatti 8:00tti
- Bid opening: 2026-09-19 14:30
- Bid opening (note): Guyyaa 15ffaa Sa,aatti 8:30tti
- Region: Oromia
- Publishing entity: Waajjira Mallaqaa A/Daallee Sadii.
- Bid bond: Qarshii 10,000.00
- Bid document price: Qarshii 500.00
- Published on: Kallacha Oromiyaa (Sep 03, 2026)
- Posted at: 2026-09-07T10:24:49.000Z
- Source: 2merkato