Equipment and Accessories

Godina Qellem Wallaggaatti Waajjirri Mallaqaa Aanaa Dallee Waabaraa Meeshaalee adda addaa bituu barbaada

Description

Beeksisa Caalbaasii

Godina Qellem Wallaggaatti Waajjirri Mallaqaa Aanaa Dallee Waabaraa

Meeshaalee Elektrooniksii,Meeshaalee Barreefamaa, Meeshaalee Qulqullinaa,Meeshalee Farnicheroota adda addaa, Uffata Seeraa Hojjettootaa, Meshaalee Dhaabataa fi Meshaalee Kollejjii BLTO fi Cal-basiidhaan Wal- WLTO Akkasumas Gommaa Konkolaataa dorgomsiisee bituu barbaada

Kanaaf Ulaagaalee Dorgommii kanaaf Barbaachisan

  • Gibira Bara 2019 Kan kaffalee
  • Heyyama Daldalaa Kan Haareffate
  • Lakkofsa Enyummaa Kaffalaa Gibiraa YKN TIN Kan Qabu
  • Galma'aa VATII Kan Ta'e fi Ragaa Dhiyeefachuu Kan danda'u
  • Dorgomaan Kam iyyuu Tarree dhiyeessitootaatti Galma'ee Ragaa Dhiyeefachuu kan danda'u
  • Ragaa isaa Orrijinaala fi foto-koppii adda baasuun poostaa adda addaattii Samsuun Waliigala isaa Poostaa tokkoon Cufee dhiyeessuu kan danda'u.
  • Sanada caal-baasii Qr.200(Dhibba Lama )kan hin deebineen. bittachuu kan danda'u.
  • Sanadi dorgomtootaa gosaa meeshaa,Maqaa Omishaa,Modelaafi Bara Omishaa Ibsuu kan danda'u ta'uu qaba.
  • Dorgomtoonni sanada dorgommii dhiyessan irratti Maqaa ,Teessoo,Lakkofsa Bilbilaa fi Mallattoo isaanii barreesuu qabu akkasumas chaappaa kan qabu ta'uu qaba.
  • Kabachiisa Caal-baasii CPOn Mirkanaa'ee YKN Mallaqa Callaa dorgommii booda kan deebi'uu Qr. 10,000(Kuma kudhan )qabsiisuu qaba.
  • Mo'ataan Caal-baasii kabachiisa caal-baasichaa gatii walii gala keesaa 10% cheekii baankii Ykn Maallaqa calla qabsiisuu kan danda'u.
  • Mo'ataan meeshaalee ajajame kana keessaa osoo hin hir'isin dhiyeessuu kan danda'u.
  • Mo'ataan Meeshaalee duraan dursee Naamuunaa Meeshaalee dhiyeessuuf fedhii kan qabu.
  • Meeshaalee Ajajamee geejjiba mataa isaatiin Waajjira Mallaqaa Aanaa Dallee Waabaraatti dhiyeessuu kan danda'u.
  • Sanadi dorgommii kan itti gurguramu Guyyaa gaafa 28/12/2018 hanga 7/1/2019tti yeroo ta'u bakka sanadi dorgommii itti deebi'u Waajjira Mallaqaa Aanaa Dallee Waabaraa kutaa bittaa lakkofsa 2ti ta'a.
  • Sanadi caal-baasii poostaadhaan samsaamee kan deebi'uu gaafa 8/1/2019 sa'aatii 4:30ti ta'a.
  • Sanadi caal-baasii kun kan inni banamu gaafa 8/1/2019 waaree,booda sa'aatii 80:00irratti dorgomtoonni ykn bakka bu'oonni,seeraa bakka argamanitti ta'a.
  • Hubachiisa-Waajjirichi Caalbaasii kana yoo filannoo biraa argatec guutummaa guutuutti ykn gar-tokkee isaa haquu ni danda'aa.

Odeefannoo dabalataa argachuuf Lakk.bilbila 09 17 35 87 21 ykn 09 10 50 25 29

Waajjira Maallqaa Aanaa D/Waabaraa.


Tender details

  • Deadline: 2026-09-18
  • Bid closing time: 10:30
  • Bid opening: 2026-09-18 14:00
  • Region: Oromia
  • Publishing entity: Waajjira Maallqaa Aanaa D/Waabaraa.
  • Bid bond: Qarshii 10,000.00
  • Bid document price: Qarshii 200.00
  • Published on: Kallacha Oromiyaa (Sep 03, 2026)
  • Posted at: 2026-09-07T10:33:08.000Z
  • Source: 2merkato
← Back to all tenders