Stationery

Waajjirri Maallaqaa Bul/Magaalaa Mandii G/W/Lixaatti argamu Caalbaasii Ifaatiin Meeshaalee adda addaa bituu barbadaa

Description

Beeksisa Caalbaasii Ifaa

Waajjirri Maallaqaa Bul/Magaalaa Mandii G/W/Lixaatti argamu Caalbaasii Ifaatiin Meeshaalee Barreeffamaa fi dhumatoo sekteraalee mootummaa magaalicha keessatti argamaniif wal dorgomsiisee bituu waan barbaaduuf daldaltootni ulaagaa armaan gadiitti argamu guuttaan dhiyaattanii akka dorgomtaan kabajaan isin afeerreerra.

Ulaagaa dorgommichaa ;-

1.Dorgomtoonni heyyama daldalaa meeshaalee barreefamaa fi dhumatoo kan qabanii fi heyyama bara 2019 kan harrefatanii ragaa kan dhiyeeffatan.

2. Gibira bara 2018 kaffaluu isaa waraqaa qulqullinaa kan dhiheeffatu.

3. Ragaa VAT fi TIN kan dhiyeeffatu.

4. Adabbii bittaa mootummaa irraa kan hin dhorkamne

5. Guyyaan sanada Caalbaasiiqillesaarra oole irraa eegalee guyyaa hojii 15 hanga 14/1/2019tti ta'ee gaafuma sana ganama sa'atii 3:00 tti cufame sa'a 4:00irratti banama.

6. Sanadni yaada dorgommii dorgomaa ykn bakka buáan bakka argamaniitti banama, taúus dorgomaas ta'e bakka bu'aan baniinsa caalbaasichaa irratti osoo hin argamiin hafuun baniinsa caalbaasii hin gufachiisu

7. Caalbaasiin poostaa tokkon kan dhihaatu yeroo ta'u sanada oriiginaalii-fi koppiin saamsamee dhihaachuu qaba

8. Waajjiri haala fooyya'aa yoo argate caalbaasii kana gar-tokkeenis ta'e guutummaatti haquuf mirga qaba

9. Meeshaaleen dhiyaataan qulqullina qabaachuu isaa samudni dhiyaachuu qaban:-

10. Qalama Biikkii keeniyaa samii, diimaa fi bunnii,

11. Qalama computer CRG 725 for use in canon 6000.6030 MF 3010 Tone, Dubayii 1ffaa 80A,Dubayii Iffaa 05A, Dubayii Iffaa 26A, Qalama computer Japan 59A, Nano print cartridge 05A orginal.

12. Kaalkulaterii kaasiyoo abbaa zeeroo 2, Kaalkulaterii kaasiyoo abbaa zeeroo 3 fi Kaalkuleeterii Kaasi'oo DJ 120 T Fileeshii 8GB, 16GB,32GB fi 64GB

13. Bakka galmee W/Maallaqaa .Bul/M/Mandii Kutaa Adeemsa Bittaa tti

14. kabachisa caalbaasii qarshii 10,000 (qarshii kuma kudhaan qofa) CPOn baankii Mandii keessa jirutti qabsiisuu qabu

15. Dorgomaan caalbaasii mo'ate yoo Waldaalee IMX ta'e waadaa walii galtee qaama isaan ijaare irraa yeroo dhiyeeffatu yoo dhaabbata dhuunfaa ta'e qarshii mo'ate keessaa 10% qabsiisuu qaba

16. Dorgomaan sanada caalbaasiif qarshii hin deebine qar.500 (Qr: dhibba shan qofa) kaffaluudhaan bitachuu danda'a.

17. Dorgomaan caalbaasii kana mo'ate meeshaalee kana hanga mana kuusaa Waajjira Maallaqaa Bul/M/Mandiitti dhiyeessuun dirqama qaba.

18. Dorgomaan caalbaasii mo'ate meeshaalee harcaatii tokko malee guutummaatti dhiyeessuu fi brand/specification/gaafatameen dhiyeessuun dirqama qaba.

19. Sanadni caalbaasii waajjira Maallaqaa Bul/M/Mandii kutaa A/H/B/B/ Qabeenyaatti banama Odeeffannoo Dabalataa 09 13 47 95 12 ykn 09 13 91 78 99

 Waajjira Maallaqaa Bul/Maalaa Mandii


Tender details

  • Deadline: 2026-09-24
  • Bid closing time: 09:00
  • Bid opening: 2026-09-24 10:00
  • Region: Oromia
  • Publishing entity: Waajjira Maallaqaa Bul/Maalaa Mandii
  • Bid bond: Qarshii 10,000.00
  • Bid document price: Qarshii 500.00
  • Published on: Kallacha Oromiyaa (Sep 03, 2026)
  • Posted at: 2026-09-07T11:04:06.000Z
  • Source: 2merkato
← Back to all tenders