Vehicle and Machinery Sale

Beeksisa Caalbaasii 1ffaa Gurgurtaa Konkolaataa Mana Murtii Ol'aanaa Godina Wallagga Lixaa

Description

Beeksisa Caalbaasii 1ffaa

Raawwii Himataan Haaruun Haayiluufi R/Himatamaa WestKonistirakshin Ittigaafatamummaan isaa murtaa'e gidduu falmii raawwii siiviilii jiruuf konkolaataa qabeenyummaan isaa kan raawwiin himatamaa ta'e lakkoofsa, Gabatee isaa AA-3-A94789, Lakkoofsa Shaansii JT 132LNB809015601, Lakkoofsa Motoraa 2L-3647073 kanta'e caalbaasiin ka'umsa gatii qarshii 787,929.62(kuma dhibba torbaafi kuma saddeettamii torbaafi dhibba sagaliifi digdamii sagaliifi saantima jaatamii lama) gatii olaanaa argameen gaafa guyyaa 05/1/2019 waaree dura sa'aatii 3:00 hanga 6:00tti waan gurguramuuf namoonni bitachuu barbaadan bakka qabeenyichi itti argamutti argamtanii dorgomuun bitachuu akka dandeessan Manni Murtii Ol'aanaa G/W/Lixaa ajajeera.

Mana Murtii Ol'aanaa Godina

Wallagga Lixaa


Tender details

  • Deadline: 2026-09-15
  • Bid closing time: 09:00
  • Bid opening: 2026-09-15 09:00
  • Region: Oromia
  • Publishing entity: Mana Murtii Ol'aanaa Godina Wallagga Lixaa.
  • Published on: Addis Zemen (Sep 13, 2026)
  • Posted at: 2026-09-14T09:36:45.000Z
  • Source: 2merkato
← Back to all tenders