Cleaning and Janitorial Equipment and Service

Waajjira Maallaqaa Aanaa Saxxammaa Meeshaalee adda addaa bituu barbaada.

Description

Beeksisa Caalbaasii Bittaa Meeshaalee Bara 2019

Waajjira Maallaqaa Aanaa Saxxammaa Bara Baajataa 2019 irra kan hojii irra oolan

  • 1.Meeshaalee Bareeffamaa fi Qulquliinaa,
  • 2.Elektrooniksii,
  • 3.Farneecheraa,
  • 4.Uffata Seeraa Hojjettootaa,
  • 5.Gommaa Konkoolataa fi Gommaa Mootaraa,
  • 6.Meeshaalee ijaarsaa Kolleejji BLTO Gattiraa fi
  • 7.Suphaa Konkoolataa
  • 8.Maashinaariifi Ijaarsaa Bishaan Boollaa gadi fagoo mala bitaa caalbaasii Ifaatiin Wal-dorgomsiisee bittaa raawwachuu barbaada

Innis ;-

1. Dorgoomtooni dheehesuudhaaf kan isaan barbaachiisuu (kan dandeesisuu) eeyyama daldalaa seera qabeesa ta'ee kan qabanii fi eeyyama daldala isaanii kan haaroomsan gibira bara baajataa 2019 kan kaffalanii fi ragaa isaanii Orjiinaala fi waraabbii isa walbiraa qabanii dhiheeffachuu kan danda'aan ta'uu qaba.

2. Dorgoomtooni waraqaa faacatii dhiheesitoota ittin galmaa'uu isaanii mirkaneessu dhiheeffachuu qabu.

3.Dorgoomtooni lakkoofsa Tiini qabaachuu isaaniif ragaa dhiifachuu qabu.

4. Dorgoomtooni waraqaa kaffaltii dabalata qabeenyaa TIN fi (VAT) kan galmaa'aan yoo ta'e galmaa'uu isaanii kan miirkaneessu dhiheeffachuu qabu.

5. Dorgoomtooni gosa meeshaalee dorgooman irratti abbuumaa kabachiisaa caal-baasiif kan oolu qarshii Itoopiyaa Baanki Daldala Itoopiyaa irra fi Baanki biroo irra fidachuun kan mirkana'ee CPO ykn calladhaan Qr. 10,000 (kuma kudhan) kan dhiheessuu danda'aan.

6. Sa'aati 6:00 irratti cufiinsi sanduuqa raawwatee gaafuma sana sa'aatii 8:00 irratti dorgoomtooni ykn bakka bu'oonni isaanii argamaniti ni banama.

7. Dorgoomtooni sanada bitachuu barbaadan waajjira A/T/Galiwwaanii A/Saxxammaa irra qarshii hin deebinee qarshii 500/dhibba shan/kaffaluun bitachuu ni danda'uu 

Hubachiisa:- Caal-baasiin kun qileensara kan inni turu Fulbaana 1 bara,2019 anga Fulbaana 22 bara, 2019 kan turu ta'uu isaa isin hubachiifna

Waajjira Maallaqaa Aanaa Saxxammaa


Tender details

  • Deadline: 2026-10-02
  • Bid closing time: 12:00
  • Bid opening: 2026-10-02 14:00
  • Region: Oromia
  • Publishing entity: Waajjira Maallaqaa Aanaa Saxxammaa
  • Bid bond: Qarshii 10,000.00
  • Bid document price: Qarshii 500.00
  • Published on: Kallacha Oromiyaa (Sep 10, 2026)
  • Posted at: 2026-09-18T06:40:02.000Z
  • Source: 2merkato
← Back to all tenders