House and Building Sale
Mana Murtii Ol'aanaa Magaalaa Adaamaa mana Waliin (Kondomiiniyeemii) Gurguruu barbadaa
Description
Caalbaasii Yeroo 2ffaa
Murtii Abbaa Mirgaa Buusaa Gonofaa Waldaa Maayikiroo Faayinsii Birkii Adaamaa fi Murtii Abbaa Idaa Aadde Beezaa Taganyi jidduu falmii raawwii jiru ilaalchisee mana Waliin (Kondomiiniyeemii) Magaalaa Adaamaa Aanaa Hangaatuu keessatti maqaa Obbo Warquu Taaddasaatiin galmaa'ee jiru, Lakk.ST-0245 ta'e fi ragaan abbaa qabeenyummaa Kaartaa Lakk.isaa 001191/2003 kan ta'e, gatii ka'umsa caalbaasii qarshii 1,523.450n gaafa 16/01/2019 sa'aatii 3:00-6:30tti caalbaasii ifaan waan gurguramuuf namoonni dorgomtanii bitachuu barbaaddan gatii ka'umsa caalbaasii 1/4 CPO qabsiisuun guyyaafi sa'aatii jedhametti iddoo sanatti argamuudhaan dorgomtanii bitachuu kan dandeessan ta'uu manni murtii ajajeera.
Mana Murtii Ol'aanaa Magaalaa Adaamaa
Tender details
- Deadline: 2026-09-26
- Bid closing time: 12:30
- Bid opening: 2026-09-26 12:30
- Region: Oromia
- Publishing entity: Mana Murtii Ol'aanaa Magaalaa Adaamaa
- Bid bond: 25%
- Published on: Kallacha Oromiyaa (Sep 10, 2026)
- Posted at: 2026-09-18T06:41:15.000Z
- Source: 2merkato