Stationery

Godina Baalee Aanaa Barbaree Waajjira Maallaqaa Aanaa Barbaree Bara bajataa 2019 bittaawwan adda addaa Meeshaalee bittachuu barbadaa

Description

Caalbaasii Bittaa Meeshaalee Bara 2019

Godina Baalee Aanaa Barbaree Waajjira Maallaqaa Aanaa Barbaree Bara bajataa 2019 bittaawwan adda addaa Meeshaalee Bareeffama, Komputaroota, Lap-toppii, Jeenereetaroota,Gommaa Konkoolaataa adda addaa fi Uffata Dambii kan hojjatoota bifa bitaa caalbaasii ifaatiin bittachuu waan barbaaduuf, Ulaagaalee barbaachisuu akka armaan gadditi dhihaatee jira.

Dhimmoota Hubatamuu Qaban

Guyyaa caal-baasiichi maxxanfamee bahee irraa egalee waa'ee ibsoota gosa meeshaalee bareeffama,komputaraa Lap topii, Jeenereetaroota, Gommaa Konkoolaataa adda addaa fi uffata dambii sanada ykn haarshamee qarshii hin deebinee 500.00 (dhiba shanii) Baankii Sinqee Maqaa Lakkoofsa herreega baankii 1071290940317tiin galchuun sanada qophaa'ee waajjira maallaqaa Aanaa barbaree sanada caalbaasichaa bitachuun gatii tokko tokkoo gosoota meeshaalee armaan olitti argamu dhiheefachuun dorgoomu ni danda'a.

Dirqama Dorgomtootaa

1- Dorgoomtooni dame hojii ittiin dorgooman hayama daldalaa kan bara 2018/19 tiif haroome dhihatu qaba

2- Dorgoomtoni Gibira baraa kanfaluu isaani kan mirkaneesu raga qaama ilaalatuu irraa dhiyeefachu kan danda'u ta'u qaba.

3- Waraqaa ragaa Galma'aa VAT/qabeenya dabalataa/, Ragaa TIN (Tax payer identification number), waraqaa raga dhiheesumma (supplier list certificate) dhiheesu qaba.

4-Dorgoomtoonni kamiyyuu waldaanis ta'ee dhuunfaan kabachisa caalbaasi CPO qarshii 50,000.00 (kuma shantama) baankidhaar kan mirkanaa'e wabii kabachisaaf haarshamee caalbaasii waliin dhiyeessuu qaba, IMX kamiyyuu yeeroo sadii kabachisa caalbaas malee dorgoome dhiyeeseraa taanaan akkaata qajeelfama Lakk. 192/09 kew,lakk,25tiin taa'een CPO qabsiisuun dirqama.

5- Dorgoomtoni sanada ittiin dorgooman sanada dorgoomi faayinaanshaala originaala,sanada dorgoomi faayinaanshaala kooppii, sanada dorgoomi teknikaala orijinaala(hayyama daldala, Ragaa TIN, VAT,CPO,supplier list certificate kkf) kophaa kophaatti poostaa 3(saddiin) saamsudhaan chaappaa dhaabbatichaan irrattii rukutuun hoganaa dhaabbatichaan mallateefame dhihaachu qaba.

6- Moo'ataan caalbaasichaa waligaltee yeroo mallateessu kabachisa waligalteef 10% qabsiisu qaba.

7. Dorgoomtoota gatiin dorgoomaan haarshame/sanada caalbaasii guyyaa beeksifni caalbaasiin kun bahee irra egalee guyyaa hojii 15(kudha shani) qileensa irraa ni ola.

8. Dorgoomaan heyyama hojii daldalaa kalattii qabaniin qofa dorgomu qaban.

9. Caalbaasiin gaafa guyyaa 16ffaa sa'atii 4:30 bakka dorgoomtooni ykn bakka bu'oonni seeraa isaani argamanitii ni banama.

10. Waajirichi filanoo bira yoo argatee caalbaasicha guttummaanis ta'ee gar tokkon haaquuf mirgi issaa kan egameedha. Ibsa dabalataaf

lakkoofsa bilbilaa 0910970426 bilbiluun gaafachuun ni danda'ama.

waajjira Maallaqaa Godina Baalee Aanaa Barbare

 


Tender details

  • Deadline: 2026-09-26
  • Bid closing time: 17:30
  • Bid closing (note): 15(kudha shani) qileensa irraa ni ola.sa,aatti isaa inbsamnii
  • Bid opening: 2026-09-28 10:30
  • Bid opening (note): Guyyaa 16ffaa sa,aatti 4:30tti
  • Region: Oromia
  • Publishing entity: Waajjira Maallaqaa Godina Baalee Aanaa Barbaree
  • Bid bond: Qarshii 50,000.00
  • Bid document price: Qarshii 500.00
  • Published on: Kallacha Oromiyaa (Sep 10, 2026)
  • Posted at: 2026-09-18T07:08:52.000Z
  • Source: 2merkato
← Back to all tenders