Stationery

Naannoo Oromiyaa Magaalaa Shaggar Kutaa Magaalaa M/Nonnoo Waajirri Maallaqaa Aanaan Beeroo Meeshaalee adda addaa bituu barbaada.

Description

Beeksisa Caalbaasii Ifaa Lakk 001 Bara 2019

Naannoo Oromiyaa Magaalaa Shaggar Kutaa Magaalaa M/Nonnoo Waajirri Maallaqaa Aanaan Beeroo Meeshaalee adda addaa,(Meeshaalee Barreeffamaa, Meeshaalee Elektirooniiksii fi Farnture Meeshaalee Qulqullinaa, Uffata Danbii (seeraa) fi Goommaawwan) Waldorgomsiisee bu'uura qajeelfama labsii Bittaa Mootummaan N/Oromiyaaa Lakk.157/2002m Seektaroota Mootummaa Aanichaatiif bituu barbaada.

Kanaafuu dorgomtoonni ulaagaalee armaan gadii guutuu dandeessan akka dorgomtan
affeeramtaniittu.

1. Dorgomtoonni gosa meeshaalee dhiyeessuuf eeyyama daldaalaa seera qabeessa kan qabuufi gibira bara kanaa kanfaluu isaaf ragaa qulqullinaa dhiyeeffachuu kan danda'uu. 

2Galma'aa VAT kan ta'ee fi ragaa dhiyeeffachuu kan danda'u.

3.Gosa meeshaa kam irratti akka hirmaatan sanada isaaniirratti adda baasanii barreessuu qabuu, eeyyama daladaalaa isaaniidhiyeessuu qabu

4.meeshaa /mi'a /irratti dorgoman maqaa isaa /brand name/ iddoo itti hojjatame adda baasuu qabu.

5.caalbaasiin erga banamee booda waanta sanada irratti guuttan jijjiiruu, fooyyessuu, fi dhiisuun hin danda'amu.

6.waajirichi akkaataa barbachisummaa isaan meeshaalee xiqqeessuu fi dabaluu ni danda'a.

7.Akkataa guca dhiyaateen guutee yoo dhiyeessuu baate dogoggora uumamuuf kan itti gaafatamu qaama dhiyeessedha.

8.Saamuda/sample/ meeshaa sanaa yeroo hojii hunda waajira Maallaqaa aanaa Beeroo Adeemsa bittaa waajira maallaqaa lakkoofsa 10 dhiyeessuu qabu..

9. Gatiin tokkoo yeroo guutamu haqaa fi laaqaa kan hin qabne ta'ee gatiin dhiyaatus VAT 15% waliin ta'uu kan qabuu ta'uu ibsuun sanadinni dhiyaatuu orjinaalaa fi koppii poostaa kophaa kophaattii Invilooppiin qabsiisuun saanduuqaa caalbaasiif qophaa'eetti guyyaa jedhameetti galchuutu irraa eegama.

10. Mo'ataan kamiyyuu meeshaalee mo'ate fe'ee fidee mana meeshaa waajirichaatti galii taasisuu qaba..

11. Dorgomaan kabachiisaa caalbaasiif Qarshii 50,000( Kuma shattama) CPO maqaa waajiraa Maallaqaa Aanaa Beeroo qabsiisuu n sanadaa waliin dhiyeessuu qaba, dugdaa CPO irrattii chaappaa fi Lak Bilbilaa Baankichaa yoo hin qabannee fudhatama hin qabu.
12. Dorgomaan tokko mo'amuu isaa yoo beeke dorgommichaaf maallaqa wabummaa qabsiise yeroo sanatti fudhata.

13. sanadinnii Caalbasiin kun gaafaa guyyaa beeksifni kun Gaazexaa Kallacha Oromiyaa irratt maxxanfamee bahe irraa eegalee guyyaa hojii 15(kudha shan) keessatti maallaga hin deebine qarshii 500 /dhibba lamaaf shantama/ waajira Galii Aanaa Beeroo kanfaluun raga kanfaluu keessaan ibsauu qabachuun sanada caalbaasii waajjira maallaqa Aanaa Beeroo sanada bitachuun gaafa gaafa guyyaa 16ffaa sa'aatii 4:00 tti saanduuqinni cufamee gaafuma sana sa'aatii 8:30ti ni banama.

14. Guyyaan Olitti ibasce(guyyaan cufinsaa fi Baninsaa) Guyyaa Ayyaanaa, Sanbataa fi dilbata irraa yoo bu'ce guyyaa hojii itti aanuu isa jalqabaa ta'a.

15. Waajirichi carras fooyya'aa yoo argate caalbaasicha guutumaan guutuutti ykn gartokkeen haquu ni danda's

Hubachiisa Dorgomtoonni mi'oota yeroo jedhame keessatti meeshaalee irratti dorgomee mo'ate hunds dhiyeessuu qaba. odeffannoo dabalataaf 0915328475 ykn 0931683943 Magaalaa Shaggaritti Kutas

Magaalaa Malkaa Noonnoo Waajirri Maallaqa Aanaa Beeroo


Tender details

  • Deadline: 2026-09-28
  • Bid closing time: 10:00
  • Bid closing (note): Guyyaa 16ffaa sa,aatti 4:00tti
  • Bid opening: 2026-09-28 14:00
  • Bid opening (note): Guyyaa 16ffaa sa,aatti 8:00tti
  • Region: Oromia
  • Publishing entity: Magaalaa Malkaa Noonnoo Waajirri Maallaqa Aanaa Beeroo
  • Bid bond: Qarshii 50,000.00
  • Bid document price: Qarshii 500.00
  • Published on: Kallacha Oromiyaa (Sep 10, 2026)
  • Posted at: 2026-09-18T07:18:06.000Z
  • Source: 2merkato
← Back to all tenders