Stationery

Bulchiinsa Magaalaa Shaggaritti Waajjira Maallaqaa Kutaa Magaalaa Buraayyuutti Waajjira Mallaqaa Aanaa Ejersa Gooroo bara 2019 tif Sekteroota Aanaa Ejersa Gooroo jala jiraniif:- Meeshaalee bituu barbaada.

Description

Beeksisa Caalbaasii Ifaa Lakk. 01/2019

Bulchiinsa Magaalaa Shaggaritti Waajjira Maallaqaa Kutaa Magaalaa Buraayyuutti Waajjira Mallaqaa Aanaa Ejersa Gooroo bara 2019 tif Sekteroota Aanaa Ejersa Gooroo jala jiraniif:- Meeshaalee barreeffamaa, Meeshaalee Quiquilinaa,Meeshaalee Biiroo keessaa, Elektroonikisi, Farniicharoota, Uffata Seeraa Hojjettootaa fi Gommaa konkolaataa Daldaltoota Hayyama seera qabeessa qaban wal-dorgomsiisee Caal-baasil ifaatiin bituu barbaada.

1. Heyyama daldalaa seera qabeessa kan qabaniif Gibira bara 2018 xalayaa caal-  baasii irraatti hirmachuu danda'aan (Tax Cleaners) waajjira Galiiwwaan irraa dhiyeeffachuu kan danda'uu ta'uu qabu.

2. Galmaa'ota Taaksii Dabalata Qabeenyaa (VAT), Galmee kaffalaa Gibiraa (TIN Number) Waraqaa Galmee ragaa daldalan kan qabaniif raga kan dhiyeeffachuu danda'an.

3.  Galmée dhiyeessitootaa keessatti kan galmaa'anii raga dhiyeeffachuu kan danda'aan fi bittaa isaa 20,000 (Qarshii kuma digdamaa) oli ta'eef 3% (with holding) kaffaluuf fedhii kan qabu.

4. Waajjirichi akka barbaachisummaa isaatti meeshaalee bitu hanga 20% dabalee ykn hir'isee kan bitu ta'uu isaa beekee kan dorgomu, he held com

5. Dorgomtootni sanadaa caal-baasicha waajjira Galiwwaan Aanaa Ejersa Gooroo Qarshii hin deebinee 800.00(dhibbs Saddet) kaffaluun Sanadaa caal-baasii Waajjira Mallaqaa Aana Ejersa Gooroo irraa fudhachuu dandessu.

6. Becksifni kun guyyaa ba'ee irraa eegalee guyyoota hojii 15 (kudha shan) Keessaati sa'a hojii mootummaatti 2:30-6:30 tti akkasumaas sa'a booda 7:30- 11:30 ta'ee gaafa guyyaa hojii 16 Bulchiinsa Magaalaa Shaggaritti Waajjira Maallaqaa Kutaa Magaalaa Buraayyuutti Waajjira Mallaqaa Aanaa Ejersa Gooroo sanada caal-baasii dhiyeessa gatii keessaan poostaa samii qabu kan cuqalameen ykn samsameen orijjinala i koppii isaa sanduqaa caal-baasii mana hojii keenyaan qophaa'e keessaa galchuu qabdu.authob ng mg

7. Sanduuqni caalbaasichaa guyyoota hojii 15 (kudha shan) banaa ta'ee turuun gaafumaa guyyaa kana sa'a 4:00 irratti cufamee guyyumaa kan 4:30 irraatti bakka dorgomtootni ykn bakka bu'ooni sima baniinsa caal-baasicha irraatti hirmatanii xalayaa bakka bu'iinsa seera qabessa ta'ee qabatanii argamanitti Waajjira Maallaqaa Kutaa Magaalaa Buraayyuutti Waajjira Mallaqaa Aanaa Ejersa Gooroo tti banama.

8. Dorgomtootni kamiyyuu Kabachiisa Wabummaa caalbaasicha qarshii 100,000 (kuma dhibbaa tokkoo) CPO baankiin mirkanaa'ee maqaa waajjirrichan qabsisuu qaba akkasumas dorgomaan mo'ate gosa meeshaa mo'ate irraatti mana hojiichaa waliin waliigaltee kan mallatteessuu fi meeshaa mo'ate irratti ida'ama waliigalaa keessa dhibbantaa (%10) CPO qabsiisuu dirqama qaba.

9. Dorgomtootni caal-baasicha mo'atan hundii gosa meeshaa walii galtee raawwatan hundaa baasii mataa isaaniin waajjira Maallaqaa Kutaa Magaalaa Buraayyuutti Waajjira Maallaqaa Aanaa Ejersa Goorootti dhiyeessuun galii gochuu qabu.

Waajjirichi karaa fooyya'aa yoo argatee guutummaa guutuutti ykn gar-tokkeen haquuf mirgaa qaba.

Oddeeffannoo dabalataaf. lakk- 0913-41-1051/09-10-39-42-92 Bakka Itti Argamuu;- Bulchiinsa Magaalaa Shaggaritti Waajjira Maallaqaa Kutaa Magaalaa Buraayyuutti

Waajjira Mallaqaa Aanaa Ejersa Gooroo


Tender details

  • Deadline: 2026-09-28
  • Bid closing time: 10:30
  • Bid closing (note): Guyyaa 15ffaa sa,aatti 4:00tti
  • Bid opening: 2026-09-28 10:30
  • Bid opening (note): Guyyaa 15ffaa sa,aatti 4:30tti
  • Region: Oromia
  • Publishing entity: Waajjira Mallaqaa Aanaa Ejersa Gooroo
  • Bid bond: Qarshii 100,000.00
  • Bid document price: Qarshii 800.00
  • Published on: Kallacha Oromiyaa (Sep 10, 2026)
  • Posted at: 2026-09-18T07:45:31.000Z
  • Source: 2merkato
← Back to all tenders