Stationery

Bulchiinsa Magaalaa Shaggar Kutaa M/G/Guddaatti Waajjirri Maallaqaa A/Lakkuulee Gajjaa Bara baajataa 2019 Meeshaalee dorgomsiisee bituu barbaada

Description

Beeksisa Caalbaasii Ifaaa

Bulchiinsa Magaalaa Shaggar Kutaa M/G/Guddaatti Waajjirri Maallaqaa A/Lakkuulee Gajjaa Bara baajataa 2019 Meeshaalee seekterootaa Aanaa keenyaaf taajaajilu Meeshaalee Dhumeeyyi, Meeshaalee Barreefamaa, Meeshaalee Qulqullina, Meeshaalee, Elektirooniksii, Meeshaalee Farniicharii Gommaa Konkolaataa Uffata seera caalbaasii Ifaatiin dorgomsiisee bituu barbaada

1. Dorgomtoonni Eyyama daldala seera qabeessaa bara 2018/2019 haaromseefii caalbaasii bara 2019tiif xalayaa caalbasii irratii hirmaachuu dandaa'an warren haaromsiifatanis ta'e eyyama daldala haaraa fudhatan (Tax cliraansii2018 waajjira Galiiwwan irraa dhiyyeeffachuu kan dand'u ta,uu qaba.

2. Dorgomtoonni raga dabalataa qabeenya(Vat galmee raga kaffalaa gibiraa(Tin Number)Waraqaa galmee daldalaafi waraqaa galmee dhiyyeesummaa keessatti kan galmaa'aniif ragaalee ifatti mul'atan dhiyyeffachuu kan danda'an.

3. Dorgomaa sanada caal basichaa bitachuu barbaaddan Wajjira Galiiwwan A/Lakkuulee Gajjaatti waliigala sanadaattii Qar.1000.00(Kuma tokko )kan hin deebine kanfaluun sanada caalbaasii bitachuun gaafa guyyaa beeksifni kun bahee irraa egalee guyyoota hojii mootummaa 15(kudha shan) qilleensa irra kan turu ta'a Akkasumas sanada caalbaasicha poostaa saamsameen koppii fi Orjinaala tokko tokko poostaa qofaa qofaan sanduuqa maqaa mana hojii keenyaan qophaa'e abana keessa galchuu qabdu

4. Sanduuqni caal baasichaa Guyyoota hojii 15(kudha shan) banaa ta'ce turuun gaafa guyyaa 16(kudha jaha) sa'a 4:00 irratti cufamee guyyuma kana sa'a 4:30 irratti bakka dorgomtoonni ykn bakka bu'oonni seera qabeessaa argamanitti sirni baniinsaa caalbaasichaa Waajjira Maallaqaa Aanaa Lakkuulee Gajjaatti bakka kutaan mijaa'etti ni banama.

5. Dorgomtoonni kabachiisa wabummaa caal-baasichaa IMX ykn kan dhuunfaa sanada CPO Qar.40,000(kuma Afurtam)sanada caal baasii keessa waliin CPO baankiin mirkanaa'e maqaa Waajjira Maallaqaa Aanaa Lakkuulee Gajjaa Baankii Siinqee Lakk. Herrega Baankii Idilee 1064911331213 qabsiisuu qaba.

6. Akkasumas dorgomaa mo'ate gosa meeshaa mo'ate irratti mana hojichaa waliin waliigaltee kan mallateessu ta'a.

7. Akkaata qajeelfama dabalataa qabeenya(Vat) 15% keessaa bittaa raawwatamee qar.20000 oli yoo ta'e karaa mana hojichaa %7.5 citee kan hafu ta'e nagahee seera qabeessaa ni kennama akkasumas akkaataa qajeelfama ministeera maallaaqaa bittaa mootummaa qarshii kuma kudhan ol rawwatamuuf dhibbantaa 3%kutee ambisuuf dirqama qaba."

8. Dorgomtoonni caal baasicha mo'atan hundi gosa meeshaa walii galtee raawwatan hundaa baasii mataa isaaniin Waajjiraa Maallaqaa Aana Lakkuulee Gajjaatti kuusaa meeshaatti dhiyyeesuu galii gochuu qaba.

Waajjirichi caalbaasii kana karaa fooyya'aa yoo argate guutummaanguutuutt ykn gartokkeen haquuf mirga qaba

Odeeffannoo Dabalaataatiif Lakk Bilbilaa 09 13 20 57 50 yka 09 72 33 76 53

Waajjira Maallaqaa A/Lakkuule Gajjan Bonayyaa


Tender details

  • Deadline: 2026-09-29
  • Bid closing time: 10:30
  • Bid closing (note): Guyyoota hojii 15(kudha shan) banaa ta'ce turuun Gaafa Guyyaa 16ffaa sa,aatti 4:00tti
  • Bid opening: 2026-09-29 22:30
  • Bid opening (note): Guyyoota hojii 15(kudha shan) banaa ta'ce turuun Gaafa Guyyaa 16ffaa sa,aatti 4:30tti
  • Region: Oromia
  • Publishing entity: Waajjira Maallaqaa A/Lakkuule Gajjan Bonayyaa
  • Bid bond: Qarshii 40,000.00
  • Bid document price: Qarshii 1,000.00
  • Published on: Kallacha Oromiyaa (Sep 10, 2026)
  • Posted at: 2026-09-18T08:02:38.000Z
  • Source: 2merkato
← Back to all tenders