Stationery
Godina Shawaa Lixaatti Waajjiiri Mallaqaa Aanaa Ejeree Bara Bajaata 2019 Hojii Seektarotaa Aanaa keenyaatiif kan oluu Meeshaalee bituu barbaada.
More tags
Description
Beeksisa Caalbaasii Ifaa Lakk 01/2019
Godina Shawaa Lixaatti Waajjiiri Mallaqaa Aanaa Ejeree Bara Bajaata 2019 Hojii Seektarotaa Aanaa keenyaatiif kan oluu Meeshaalee Barreessaa, Qulqulinaa, Elektroniksii, Meeshaalee Dhabbii Biiroo keessaa, Uffata Seeraa hojjeetoota Labsii bittaa motummaa naannoo Oromiyaa Lakk 157/2002 fi Qajeelffama Bittaa mootummaa naannoo oromiyaa Lakk.02/2004 irratti hunda'udhaan caalbaasii ifaatiin dorgomsiisee bituu barbaada.
Ibsaa Balli'inaan
Caalbasiin kun Guyyaa Gaazexaa Kallachaa Oromiyaa irratti bahe calqabee gosoota fi waliigala odeeffannoo meeshaalee bitamuuf barbadaman kan ibsu sanada caalbaasii gosa bittaa tokko tokkon qopha'ee kan hin deebine qarshii 700.00 (Dhibba Torba) Waajjiraa Galiiwwan Aanaa Ejereetti kaffaludhaan yeroo hundumaa sa'atti hojii Mootummaa Mana Murtii Aanaa Ejeree Lakkofsaa 20 dhufudhaan bitachuun ni danda'ama.
Ulaagaalee Dorgomtooni guutachuu qaban
1. Gibiraa Bara kana kan kaffalaniifii zarfii daldala meeshichaatiin heyyama daldala haarome kan qaban, raga footokopii isaa qabatamaa dhiyeessuu qabu.
2. Galma'aa taksii dabalaa qabeenya/VAT/ kan ta'an fi footo kopi dhiyeesuu qabu
3. Tarree dhiyesitootaa keessatti kan galma'anii fi raga galmee dhiyeessumaa ministeraa maallaqaa ykn qamaa angoon keennamefiraa dhiyeesuu kan danda'uu
4. Dorgomtoonii baay'ina gaatii walii gala meeshaalee gosa bittaa dokumaantii tokko dorgomaan irraatti ida'amaa walii galaa irraa %1 kabachisaa caalbasii (CPO) kan qopha'ee qofa sanadaa calbasichaa waliin dhiyessuu qabu
5. Doorgomtoon kaabachisaa caalbasii CPO yoo baarresistaan Meeshaalee tokko tokkon doorgomtaan ida'amaa waaliigalaa irraa 1% yemuu qaabsiftaan dhiibbentaa jedhaamee oliisi ta'ee gaadi fudhatama hin qabuu.
6. Dorgomaan caalbasii kanaa doorgomee mo'atee akka dhiyaatee waalgaltee maallateesuu fi kaabachisaa w aaligaltee 10% akka qaabsisuu itti himaamee dhiyaatee waaligaltee maallateesuu fikaabachisaa waaligaltee qabsisuu dhisee achuumaan haafe bu'uuraa labsii sirna bittaa fi bulchiinsa qabeenyaMootumma Nanno Oromiyaa lakk.157/2002 keewwata 62.7n kan itti gaafatamuu ta'aa
7. Dorgoomtoni gaatii Meeshaalee tokko tokkon ittin dorgomaan sanada caalbaasii irratti guutuudhaan orjinaala isaa fi koopii isaa adda addaatti(qofa qofaatti) Poostaa goggaadhan samsammu qaba
8. Daldaalttoonni Caalbasiin kan Bittatan guyyaa Caalbasiin kun gaazexaa irratti bahee irraa eegaalee guyyaa hojii Mootummaa guyyaa Hoojii 15(kudhaa shaan) ergaa qileensaa irraa turee Gaafuma guyyaa 15 kudhaa shaanaffaa) ganaamaa keessaa sa'attii 4:00 tti waajjiraa keenyaa armaan olitti ibsamee Lakk.4 tti sanduqa Caalbasii kanaaf qopha'ee keessaa galchuu qabu.
9. Caalbasiin kun guyyaa armaan ol lakkofsaa 9 irratti ibsamee ganaamaa keessaa sa'attii 4:30tti dorgoomtonii Y'kn bakka bu'onnii isaanii fi qamooleen irratti hirmachuu barbadaan bakka argamanitti ni banama. Dhabaatni caalbasichaa galchee ykn bakka bu'aan yoo jirachuu batees poostaan isani galchaan ni banamaa.
10, Dorgoomttooni caalbasii kana mo'atan yeroo waliigaltee mallatessaan gaatii waligalaa meeshaalee mo'atanii 10 wabummas kabaachisa waliigaltee baankiidhaan kan ragasifamee (CPO) seera qabessaa ta'ee dhiyeessuu qabu Dorgomtooni mo'ataman (calbasichaa kufan) mo'ataa fi mo'atamaan calbasichaa organ ifas ta'ee booda kabachifnii caalbasii duraa galchaan battalumatti fudhachuu ni danda'u
11. Dogoomtioni caalbasii kana mo'aataan baasii kamiyyuu danda'uudhaan meeshaalee mo'taan mana kuussa Mana Murti A/Ejereetti dhiyyessuu qabu
12. Kaffalin mallagaa Gaatii morshaalce dhiyaataniif taasifamuuf akka mija'uu dhiyyeessan kam iyyuu henega bongka daldalas Isiyoophiyaa fi Bankii Singee qabaachuu fi beeksisuu qaba
13. Manni Murtichaa mala ykn filannoo biraa yoo argatee caalbaasii kana gartokes ta'ee gutumaan gutuutti haquadhaaf mirga gaba
14. Dorgamaan kamyuu meeshaa irraatti doorgomuu modeelaa ykn biraandii ibsee kan hin gaalchinee yoo ta,ee doorgomidhaan alaa ni ta'aa
15. Dorgomaan kamiyyuu Meeshaalee naamunaa/saamudaa baarbadaan yemuu sanadaa guutee deebisuu walin fidee kenna qabaa
Ragaa Dabalataaf barbadamuuf lakkofsa bilbila 251 11 283 0945 ykn 09 10 49 15 59 Finance gara Amboo km 44 irratti argamna.
Godinaa Shawan Lixaa Aanaa Ejeree
Tender details
- Deadline: 2026-09-28
- Bid closing time: 10:30
- Bid closing (note): Guyyaa Hoojii 15ffaa sa,aatti 4:00tti
- Bid opening: 2026-09-28 22:30
- Bid opening (note): Guyyaa Hoojii 15ffaa sa,aatti 4:30tti
- Region: Oromia
- Publishing entity: Godina Shawaa Lixaatti Waajjiiri mallaqaa Aanaa Ejeree
- Bid bond: 1%
- Bid document price: Qarshii 700.00 sanada tokkoo
- Published on: Kallacha Oromiyaa (Sep 10, 2026)
- Posted at: 2026-09-18T08:02:45.000Z
- Source: 2merkato