Stationery
Godina Qellem Wallaggaatti Waajjirri Maallaqaa Bulchiinsa Magaalaa D/Dolloo Sekteraalee Magaalichaaf kan oolan bara baajataa 2019tti Meeshaalee bituu barbaada
More tags
Description
Beeksisa Caalbaasii Bittaa Meeshaalee Bara 2019
Godina Qellem Wallaggaatti Waajjirri Maallaqaa Bulchiinsa Magaalaa D/Dolloo Sekteraalee Magaalichaaf kan oolan bara baajataa 2019tti Meeshaalee Barreeffamaa, Qulqullinaa fi Meeshaalee Biiroo keessaa, Meeshaalee Elektirooniksii, Meeshaalee Farniicharii, Uffata Seeraa Hojjettootaa fi Gommaa Konkolaataa tajaajila sekteraalee Magaalichaaf kan oolu dhiyeessitoota Seera Qabeessa ta'an Caalbaasii ifaan wal dorgomsiisee irraa bituu barbaada
Haaluma kanaan dhiyeesitootni ulaagaa armaan gadiitti tarreeffaman guutuu kan danda'an dorgomuu ni danda,a
1. Gibiraa Bara 2018 kaffalee Hayyama hojii Bara 2019 kan haaromsatee fi koppii isaa kan dhiyeessuu danda,u
2. Koppii Waraqaa Ragaa Galma'aa VAT fi Lakk.TIN qabachuu isaa ibsuu kan dhiyeeffachuu danda'u.
3. Koppii Waraqaa ragaa dhiyeessummaa qaama Seera qabeessa irraa kennameef kan dhiyeessuu danda'a.
4. Adabbii bittaa Mootummaa irraa bilisa kan ta'e. 09 itemi (ooddol noodles) absurd
5. Sanada Caalbaasii Qar. 500.00 (Dhibba Shan) W/Galiiwwanii/B/M/D/Dollootti kaffaluudhaan bitachuun Nagahee isaa Poosta waliin dhiyeessuu kan danda'u.
6. Kabachiisa Caal baasii yeroo Sanada Caalbaasii galchuu Qarshii 5,000.00 (Kuma shan) CPO Baankii Qabsiisuun Poostaan saamsuun ykn IMX yoo ta'e Xalayaa Deggersaa kallattiin Waajjira Keenyaaf Barraa'e kan dhiyeessu.
7. Meeshaalee dhiyaachuu qaban hunda W/ra Maallaqa Bul.M.D.Dolloo tti geejjibsiisee waajjirichatti galchuu qaba.
8. Dorgomaan meeshaalee Sanada Caalbaasii irratti Gaafataman hunda isaa gatii isaa guutuun deebisuun ni dirqama
9. Dorgomaan Ragaa barbaachisu Sanada Faayinaansii Orjinaala Tokkoo(1) fi Koppii Tokko(1) akkasumas Sanada Teekinikaa Orijinaala Tokkoo(1) fi Koppii Tokko(1) Poostaa Kaakii addaa addaan saamsamee arfan isaa immoo poostaa Kaakii guddaa tokko keessatti saamsuun waajjira Maallaqaa Bul/M/D/ Dolloo kutaa Bittaa Lakk. 4 tti Saanduqaa Caalbaasii kanaaf ka'ameetti galchuu qaba.ud
10. Guyyaa Galmee Gaafa Guyyaa 05/13/2018 hanga 20/01/2019tti sa'a hojii Mootummaatti ta'a. A
11. Guyyaa Poostan dorgomtoota itti dhiyaatu Gaafa Guyyaa 21/01/2019 Waaree dura Sa'aatii 02:30 hanga sa'atii 03:30tti ta'ee Gafuma Guyyaa 21/01/2018 Sa'atii 4:00 irratti W/ra Maallaqa B/M/D/Dollootti Kutaa A.Bittaatti bakka dorgomtoonni ykn bakka bu'oonni Seeraa jiranitti Koree Caalbaasiin Saaqama.
12. Waajjirichi filannoo kan biraa yoo argate caalbaasicha gar-tokkeenis ta'e ykn guutummaan guutuutti haquu danda'a
Odeefannoo dabalataaf lakk. bilbilaa 09 20 27 54 70 ykn 09 36 92 36 86 Godina Qellem Wallaggaatti
Waajjirri Maallaqaa Bulchiinsa Magaalaa D/Dolloo
Tender details
- Deadline: 2026-10-01
- Bid closing time: 09:30
- Bid opening: 2026-10-01 10:00
- Region: Oromia
- Publishing entity: Godina Qellem Wallaggaatti Waajjira Maallaqaa Bulchiinsa Magaalaa Dambi Doolloo
- Bid bond: Qarshii 5000.00
- Bid document price: Qarshii 500.00
- Published on: Kallacha Oromiyaa (Sep 10, 2026)
- Posted at: 2026-09-18T08:16:02.000Z
- Source: 2merkato