House and Building Sale
Waajjira Lafaa Magaalaa Nageellee Booranaa mana jireenyaa Gurguruu barbadaa
Description
Beeksisa Caalbaasii
R/Himattuun Aadde Hawwoo Nageessaa fi R/Himatamaan Obbo Danbii Yohaannis jidduu falmii jiru ilaalchisee mana jireenyaa Magaalaa Nageellee Booranaa Ganda Bururii keessatti maqaa Aadde Hawwoo Nageessaatiin galmaa'ee ballina M² 540 irratti argamu.lakk.kaartaasaa 1244/BMN/01/01/01 ta'e,gatii ka'umsa caalbaasii qarshii 727,545n gaafa 10/02/2019 sa'aatii 4:30tti caalbaasiin waan gurguramuuf namoonni dorgomtanii bitachuu barbaaddan dhiyaattanii bitachuu kan dandeessan ta'uu ni beeksifna.
Waajjira Lafaa Magaalaa Nageellee Booranaa
Tender details
- Deadline: 2026-10-20
- Bid closing time: 10:30
- Bid opening: 2026-10-20 10:30
- Region: Oromia
- Publishing entity: Waajjira Lafaa Magaalaa Nageellee Booranaa
- Published on: Kallacha Oromiyaa (Sep 17, 2026)
- Posted at: 2026-09-22T11:03:12.000Z
- Source: Qelal Tenders