House and Building Sale

Waajjira Lafaa Magaalaa Nageellee Booranaa Manaa jireenyaa gurguruu barbadaa

Description

Beeksisa caalbaasii

Iyyattuun Aadde Sannaayit Ballaxaa,R/Himataan Obbo Guyyoo Huqqaa fi R/Himatamaan Obbo Biniyaam Atsbahaa jidduu falmii jiru ilaalchisee qabeenyummaa isaanii kan ta'e.jireenyaa Magaalaa Nageellee Booranaa Ganda Daannisaa Oliyyee keessatti maqaa Obbo Biniyaam Atsbahaa galmaa'ee ballina M² 234 irratti argamu.lakk.gatii ka'umsa caalbaasii qarshii 1,875,961.50n gaafa guyyaa 12/02/2019 sa'aatii 4:00tti caalbaasiin waan gurguramuuf namoonnidorgomtanii bitachuu barbaaddan dorgomtanii  bitachuu kan dandeessan ta'uu beeksifna.

Waajjira Lafaa Magaalaa Nageellee Booranaa


Tender details

  • Deadline: 2026-10-22
  • Bid closing time: 10:00
  • Bid opening: 2026-10-22 10:00
  • Region: Oromia
  • Publishing entity: Waajjira Lafaa Magaalaa Nageellee Booranaa
  • Published on: Kallacha Oromiyaa (Sep 17, 2026)
  • Posted at: 2026-09-22T11:06:55.000Z
  • Source: Qelal Tenders
← Back to all tenders