House and Building Sale

Mana Murtii Aanaa Kutaa Magaalaa Galaan Guddaa mana daldalaa abbaa darbii 5 gurguruu barbadaa

Description

Beeksisa Caalbaasii Marsaa 2ffaa

R/Himataan Abdoo A/Moggaa fi R/Himatamaan Aadde Fooziyaa Mahaammadzeen jidduu falmii jiru ilaalchisee qabeenya Gamoo mana daldalaa abbaa darbii 5 ballina M² 396 irratti Bulchiinsa Magaalaa Shaggar K/M/G/G/Aanaa Daalatții keessatti argamu,gatii ka'umsa caalbaasii qarshii 104,943,099.49/100 (Miliyoona dhibba tokkoofi miliyoona afuriifi kuma dhibba sagaliif kuma afurtamii sadiifi sagaltamii sadiifi saantima afurtamii sagaliitiin) gaafa 27/01/2019 sa'aatii 2:30 - 6:30tti gatii olaanaa argameen waan gurguramuuf namooonni dorgmomtanii bitachuu barbaaddan bakka qabeenyi kun argamu, Bulchiinsa Aanaa Daalatti Mooraa dhaabbatichaabakka addaa waatoo jedhamutti, guyyaafi sa'aatii jedhametti qaamaan argamuun dorgomtanii bitachuu kan dandeessan ta'uu manni murtii ajajeera.

Mana Murtii Aanaa Kutaa Magaalaa Galaan Guddaa

 


Tender details

  • Deadline: 2026-10-07
  • Bid closing time: 12:30
  • Bid opening: 2026-10-07 12:30
  • Region: Oromia
  • Publishing entity: Mana Murtii Aanaa Kutaa Magaalaa Galaan
  • Published on: Kallacha Oromiyaa (Sep 17, 2026)
  • Posted at: 2026-09-22T11:10:24.000Z
  • Source: Qelal Tenders
← Back to all tenders