Construction Machinery

Godina Qellem wallaggaatti Waajjirri maallaqaa Aanaa Laaloo Qilee bara baajetaa 2019 keessaa Daandii Gandoolee Aanicha keessaatti argamu suphisiisuuf namoota heyyama seeraa qaban wal dorgomsiisee Maashina suphaa daandiif barbaachisu kireefachuu barbaada.

Description

Beeksisa Caalbaasii Ifaa

Godina Qellem wallaggaatti Waajjirri maallaqaa Aanaa Laaloo Qilee bara baajetaa 2019 keessaa Daandii Gandoolee Aanicha keessaatti argamu suphisiisuuf namoota heyyama seeraa qaban wal dorgomsiisee Maashina suphaa daandiif barbaachisu kireefachuu barbaada.

Ulaagaalee Dorgommii Caalbaasichaa

1.Heyyama Kireessa Mashinoota kanqaban.

2. Gibira bara 2018 kan kaffalee fi heyyama bara 2019 kan haareffate.

3. Lakkoobsa TIN kanqabu

4. Seera Caalbaasii kabajee kabachiisee dorgomuuf fedha kan qabu.

5. Guyyaa Galmee 11/01/2019 irraa eegalee 28/01/2019 tti.

6. Guyyaa Caalbaasii itti banamu gaafa 29/01/2019 dorgomaan sanada caalbaasii isaa poostaan cuufee maqaa dhaabbatichaa irratti barreessuun chaappessuu fi mallatteessuun saanduqa caalbaasii keessa ergaa buusee booda sa'atii 3:00 tti irratt saanduqi caalbaasii cuufamee guyyuma kana sa'atii 3:30 irratti sanada caalbaasii banama.

7. Mashina kana hanga magaala laalotti abbaa maashinaatu dhiyeeffata.

8. Bakka galmee waajjira maallaqaa kutaa bittaatti.

9.Konkolataa kana bakka /naannoo/ buusutti bakka abbaan bajeetaa jirutti yoo bu'uu baate fudhatama kan hin qabne ta'a.

10. Sanada caalbaasii qarshii hin deebine (400) bitachuu kan danda'u.

11. Galma'aa VAT kan ta'e.

12. Kabachiisa Caalbaasii CPO 2% bajeetichaa qabsiisuu kan danda'u.si Pras

13. Gatiin guutamu Boba'aa,servisii,Ogeessa Konkolachisu fi vaatii dabalatee guutamu qaba.

14. Sayiti gara sayitti geejjabsisee kan hojjechisuu kan danda'uu.Bakka

Daandii Hojjetamu qabu

1 laaloo-Waabaraa-D/jaarsoo 2 laaloo -W/dibabaa 3 laaloo nya'aa -B/Kellaa 4 laaloo saggoo 5 Dogonoo -B/buubaa 6 A/kuchoo-sarbaa 7 Qarsaa - manjosoo 8 jirruu -D/A/booro kan fi kan eegalame jiru laaloo-W/Badhaasii fi G/B/Kellaa laga Ashawwaatti hojjechuuf

Gosii Mashinoota Barbadaman

T/L

 

Gosa Maashinii

 

Safartuu

 

Baayina

 

Gatii sa'atii tokkoo VAT wajjin

1

Girederii (180H) cat isa ol

Sa'atii

1

 

2

Exkaavaaterii 320 cat fi isaa ol abba gommaa

Sa'atiih

1

 

3

Sino Truck 16m3

 

Km

 

0-5

5-10

10-15

15-20

 

4

Rolloo 16 tone

Sa'atii

 

 

5

Shower track 13000 lit fi isaa ol

M3

 

 

Hubachiisa:-Waajjirichi filannoo biraa yoo argate caal-baasicha walakkaan ykn guutumaan guutuutti haquu nidanda'a Odeeffannoo dabalataaf (information) Lakk bilbilaa 09 20 43 07 62/ 09 10 13 40 58 ykn 09 13 48 91 83

Godina Qellem wallaggaatti Waajjirri maallaqaa Aanaa Laaloo Qilee.


Tender details

  • Deadline: 2026-10-09
  • Bid closing time: 09:00
  • Bid opening: 2026-10-09 09:30
  • Region: Oromia
  • Publishing entity: Godina Qellem wallaggaatti Waajjirri maallaqaa Aanaa Laaloo Qilee
  • Bid bond: 2%
  • Bid document price: Qarshii 400.00
  • Published on: Kallacha Oromiyaa (Sep 24, 2026)
  • Posted at: 2026-09-25T09:56:09.000Z
  • Source: 2merkato
← Back to all tenders