Stationery
Godinaa Arsii Lixaa Waajjirii Mallaqaa Bara Baajata 2019 fedhii seektrootaa Godinichaa irraa dhiyaatee bu'uuraa gochuun Marsaa 1ffaa Bittaa Meeshaalee adda addaa bituu barbaada
More tags
Description
Beeksiisaa Caalbaasii Ifaa Bittaa Meeshaalee
Godinaa Arsii Lixaa Waajjirii Mallaqaa Bara Baajata 2019 fedhii seektrootaa Godinichaa irraa dhiyaatee bu'uuraa gochuun Marsaa 1ffaa Bittaa Meeshaalee adda addaa bituu barbaanuuf dhiyeesstoonii ulaagaa seeraa bittaa gahaa qaban caalbaasii ifaa karaa seeraa qabeessaan wal-dorgomsiisee bituu barbaada
1. Meeshaalee Baarreefamaa 2.Meeshaalee Eelktirooniksii 3. Meeshaalee Farniicharii 4. Meeshaalee qulqullinaa 5. uffataa seeraa fi 6. Goommaa konkkolaataa fi Goommaa Motorsaaykilootaa dorgomisiisuun bitachuu barbaadaa
Bu'uurumaa kanaan ulaagaa armaan gaditti ibasaman hordofuundorgomtoonii caalbaasichaa akka qooddatan affeeramtanii jirtu
Bu'uurumaa kanaan
1. Dorgomtoonii caalbaasicha qoodamuuf Eeyyama hojii daldalaa kan haaromee fi kanaafis raga dhiyeesuu kan danda'uu
2. Gibiraa mootummaa kafalee kanaafis ragaa dhiyeessuu kan dandaa'uu veesuu kan danda'uu
3. Dorgomtoonii taarreefamma dhiyeestootaa (Supply List) keessatii galmaayuu isaanii waraqaa raga qabachuu qabu.
4. Dorgomtoonnii Calbaasichaa galmaa'aa lakka TIN fi VAT kan galmaa'ee fi kanaafis ragaa dhiyeessuu kan danda'uu
5. Ulaagaa sanadaa taarrefamaa meeshichaa (specification) keessatii ibsamee kan guutuu ta'uu qaba.
6. Dorgomtoonnii Guyyaa beeksifinii kun bahaee irraa eegalee guyyootaa hojii hundaa sa'aatii hojjiitti sanada caalbaasichaa guutuu qarshii hin deebinee 1200.00(kuma tokkofi dhibbaa lama )qofaa kafaluun waajjiraa Mallaqaa Darbii 1ffaa kutaa lakka 204 tti bitachuu ni-dandeetuu.
7. Dorgomaan kamiyyuu Mallaqaa calbaasicha isaa kabachiisuu danda'uu qarshii 80,000( kumaa sadeetama) qofa lootii lootiidhaan (lootii tokko)maqaa waajjiraa Mallaqaa Godina Arsii Lixaa tiin CPO Ykn Qarshiidhaan Baanikii Siinqee lakk 1071316691214 tti galii godhuun mirkanaa, een sanada calbaasii orjinaalaa waajiin dhiyeessu qaba.
8. Dorgomtoonii sanadaa isaanii irratii maqaa fi teessoo guutuu isaanii akkasumas chaappa dhaabatichaa qajeelatii baarreesanii mallateessuu qabu.
9.Yeeroon turtii sanadichaa Guyyaa 21/01/2019 irra hanga guyyaa 11/02/2019 yoo ta'uu Sanadaa caalbaasichaa waajjiraa Mallaqaaa Godinaa Arsii Lixaa Lakk 204tti argamu yoo ta'uu guyyaa sanadichii itti banamuu 12/02/2019 ta'ee sanadichii ganamaa keessaa sa'aa 04:00 irratii saanduqnii saamsamee guyyama kana sa'aa 4.30 irratii dorgoomtoonii/ baka bu❜oonii seeraa qabeessa ta'an argamanitii caalbaasichii ifaan banama
10. Waajjirii filannoo adda yoo argatee Caalbaasichaa guutuun guutuu yokn gamisaan haquu ni danada'a.
Odeefanoo dabalataaf Lakk Bilbilaa 046 211 0978, 09 35 68 26 25, 09 36 84 30 87 ykn 09 12 26 53 51
Godinaa Arsii Lixaa Waajjirii Mallaqaa
Tender details
- Deadline: 2026-10-22
- Bid closing time: 10:00
- Bid opening: 2026-10-22 10:30
- Region: Oromia
- Publishing entity: Waajjira Maallaqaa Godina Arsii Lixaa
- Bid bond: Qarshii 80,000.00 sanada tokkoo
- Bid document price: Qarshii 1,200.00
- Published on: Kallacha Oromiyaa (Oct 01, 2026)
- Posted at: 2026-10-05T07:54:43.000Z
- Source: Qelal Tenders