Vehicle and Machinery Sale

Waajjiraa Galiiwwani K/M/Ekkaa Xaafoo konkolaata fe'umsaa gurguruu barbaada.

Description

Beeksiisa Caalbaasii.

Biiroo Galiwwan Oromiyaattii Waajjira Galiiwwanitii Magaalaa Shaggaritii Waajjirii Galiwwan kuta Magaalaa Ekka Xaafoo Kaffalaa Gibiraa Obboo Masfin Zawudee Fayyisaa Lakk. TIN 0047286157 lakk. TDQ (VAT) kan 1615256891048 galmaa'anii beekaman gibira bu'aa odiitii fi Taaksii Dabalata qabeenyaa (TDQ) Osoo hin kafaliin waan hafaniif akkaata labsii Bulchinsa Taaksii MNO lakk. 203/2009 kew. 43 fi Labsii TDQ (VAT) Lakk. 1341/2016 bu'uura godhachudhaan konkolaata fe'umsaa lakk. Gabatee AA- 03-A93444 lakk. shaansii STFRX5GN- 073721 lakk. Mootoraa 2TR1770083 kan ta'e cal-baasii ifaan dorgoomsiise gurguruu barbaada.

Kanaafuu Namoonni yookin dhaabbanni doorgomuu barbaaddan

1. Umuriin isaa waggaa 18 ol kan ta'e dorgoomuu kan danda'uu fi guyyaa caalbaasiin kun kallachaOromiyaa irratti Maxxanfamee ba'e irraa egalee guyyaa 15 kessaattii qarshii hin deebine 3000 (Kuma sadii ) Kaffaluun sanadaa calbaasii qophaa'e waajjira Galiiwwani Ku/M/Ekka Xaafootti bitachuu ni danda'a.

2. Dorgoomtooni guyyaa beeksifni caal-baasii kun Gaazexaa kallachaa Oroomiyaa irratti Maxxanfamee ba'e guyyoota 01/02/2019 03/02/2019 qabeenyichii bakka argamu mooraa Ku/Magaalaa Ekkaa Xaafoo keessatti ilaalun ni danda'ama.

3. Doorgomtooni Sanada Bitachuudhaan unkaa qophaa'ee jiru irratti ka'umsaa gattii ittin bituun dorgomaan qarshii isaa jechaa fi lakkoofsaan bareesuun poostaan saamsani galchuu qabdu.

4. Doorgoomtooni ka'umsa Caal-baasii qabeenyichii ittii gurguramuuf taa'e kessaa 1/10 ykn 10% kabachiisa calbaasii Bankii Siinqee 1065018620317 irratti C.P.O qabsiisee ragaa isaa dhiyeessuu qaba.

5. Dorgoomtoota keessaa kan Mo'ate yeroo beekamutti guyyaa mo'ate irraa kaasee guyyaa (15) kudha shan kessatti qarshii ittiin mo'ate hunda lakkoofsa herregga baankii waajjirichaa kennamuuf galchee fudhachuu qaba. irratti

6. Jijjiraa Maqaa waliin wal qabatee baasii jiruu qaama calbasicha mo'aten kan hagugamu ta'a

7. Waajjirichii Filannoo biraa kan argatuu yoo ta'e calbaasichaa gutumaan gutttii ykn gar- tokkedhaan haquuf mirga guutuu qaba.

8. Caalbaasichii qilleensa irraa guyyaa 21/01/2019 ---- 04/02/2019 erga olee booda dorgomtoonni ykn bakka bu'oonni fi taajjabdoonni bakka argamanitii gaafa guyyaa 05/02/2019 sa'aatii booda sa'aatii 4:00 irraattii kan saqamu ta'a

9. Odeeffannoo Dabalaataatiif Lakka. Bilbilaa 0938933680 ykn 0913396049

Waajjiraa Galiiwwani K/M/Ekkaa Xaafoo


Tender details

  • Deadline: 2026-10-14
  • Bid closing time: 17:00
  • Bid opening: 2026-10-15 10:00
  • Region: Oromia
  • Publishing entity: Waajjiraa Galiiwwani K/M/Ekkaa Xaafoo
  • Bid bond: 10%
  • Bid document price: Qarshii 3,000.00
  • Published on: Kallacha Oromiyaa (Oct 01, 2026)
  • Posted at: 2026-10-05T09:02:42.000Z
  • Source: Qelal Tenders
← Back to all tenders