House and Building Sale

Mana Murtii Ol'aanaa Magaalaa Adaamaa mana tajaajila wal-makaa gurguru barbadaa

Description

Beeksisaa Caalbaasii Marsaa 2ffaa

M/A/Mirgaa Obbo Tasfaayee Alamuu fa'aa N - 4 fi M/A/Idaa Obbo Gissillaa Mokonnin gidduu falmii himannaa raawwii jiru ilaalchisee mana tajaajila wal-makaa fi hayyamaa Lakk. waraqaa ragaa ET00001043356 fi Lakk. addaa cittuu Lafaa OR001011505010 kan ta'e maqaa M/A/Idaa Obbo Gissillaa Mokonnin Damiseetiin galmaa'ee Magaalaa Adaamaa Kutaa Magaalaa Boolee Aanaa Gooroo keessatti bal'ina  lafaa 523.43M² irratti qubatee argamu tilmaama ogeessi dhiyeesse qarshii 6,045,817.60tiin, gatii Woficoo quwaatii sadii guutuummoo qarshii 858,000tiin walumaagalatti qarshii 6,903,817.60tiin gaafa 28/02/2019 sa'aatii 3:00 - 6:00tti caalbaasii ifa ta'een qaama gatii olaanaa dhiyeesseettti waan gurguramuuf namoonni caalbaasii kanarratti dorgomtanii bitachuu barbaaddan iddoo manichi argamu Magaalaa Adaamaa Kutaa Magaalaa Boolee Aanaa Gooroo keessatti ka'umsa tilmaama manaa raawwiif sababa ta'e 1/4 qabsiisuun CPO qabsiisuudhaan guyyaa, sa'aatiifi iddoo ibsameetti dhiyaattanii dorgomtanii bitachuu kan danderssan ta'uu manni murtii ajajeera.

Mana Murtii Ol'aanaa Magaalaa Adaamaa.

 


Tender details

  • Deadline: 2026-11-07
  • Bid closing time: 12:00
  • Bid opening: 2026-11-07 12:00
  • Region: Oromia
  • Publishing entity: Mana Murtii Ol'aanaa Magaalaa Adaamaa
  • Bid bond: 25%
  • Published on: Kallacha Oromiyaa (Oct 08, 2026)
  • Posted at: 2026-10-09T08:37:16.000Z
  • Source: Qelal Tenders
← Back to all tenders