House and Building Sale

Mana Murtii Aanaa Kutaa Magaalaa Boolee mana jireenyaa gurguruu barbadaa

Description

Beeksisa caalbaasii

M/A/Mirgaa Obbo Abdulfattaa Amaan fi M/A/Idaa Aadde Makkiyaa Abdulmannaan gidduu falmii raawwii jiru ilaalchisee mana jireenyaa Magaalaa Adaamaa Aanaa Gooree keessatti maqaa Abbabaa Mahaariitiin galmaa'ee jiru,lakk.737713/95 ta'e,gatii ka'umsa caalbaasii qarshii 2,789,772.6n gaafa 26/02/2019 sa'aatii 3:30-5:00tti waan gurguramuuf namoonni dorgomtanii bitachuu barbaaddan gatii ka'umsa caalbaasii 1/4 % CPO baankiitti qabsiisuudhaan dorgomtanii bitachuu kan dandeessan ta'uu manni murtii ajajeera.Mana Murtii Ol'aanaa Magaalaa Adaamaatti 

Mana Murtii Aanaa Kutaa Magaalaa Boolee

 


Tender details

  • Deadline: 2026-11-05
  • Bid closing time: 11:00
  • Bid opening: 2026-11-05 11:00
  • Region: Oromia
  • Publishing entity: Mana Murtii Aanaa Kutaa Magaalaa Boolee
  • Bid bond: 25%
  • Published on: Kallacha Oromiyaa (Oct 08, 2026)
  • Posted at: 2026-10-09T08:40:34.000Z
  • Source: Qelal Tenders
← Back to all tenders