House and Building Sale
Mana Murtii Ol'aanaa Godina Shawaa Kibba Lixaa mana jireenyaa gurguruu barbadaa
Description
Beeksisa caalbaasii
Murtii Abbaa Mirgaa Obbo Badhaasaa Gizawu fi Murtii Abbaa Idaa Waaqjiraa Waldee jidduu falmii dhimma raawwachiisaa murtii jiru ilaalchisee mana jireenyaa luukii 39 of irraa qabu,Magaalaa Walisoo Ganda Obbii Kojii keessatti ballina M² 211 irratti argamu,ragaa abbaa qabeenyummaa kaartaa kan hin qabne,gara fuulduraatti akkaataa pilaanii magaalaatiin seera qabeessatti deebi'ee ragaan abbaa qabeenyummaa itti kennamuu danda'u,gatii ka'umsa caalbaasii qarshii 2000,000n gaafa 02/02/2019 sa'aatii 3:00 6:30tti waan gurguramuuf namoonni dorgomtanii bitachuu barbaaddan bakka qabeenyi kun itti argamutti dhiyaattanii bitachuu kan dandeessan ta'uu manni murtii ajajeera.
Mana Murtii Ol'aanaa Godina Shawaa Kibba Lixaa
Tender details
- Deadline: 2026-10-12
- Bid closing time: 12:30
- Bid opening: 2026-10-12 12:30
- Region: Oromia
- Publishing entity: Mana Murtii Ol'aanaa Godina Shawaa Kibba Lixaa
- Published on: Kallacha Oromiyaa (Oct 08, 2026)
- Posted at: 2026-10-09T08:44:25.000Z
- Source: Qelal Tenders