Stationery

Goodina Borana Bahattii waajjira Maallaqaa Aanaa Madda walaabuu Bara Baajataa 2019 seektarootaaa mootumma Aanichaa keessaa jiraniif, Meeshaalee bittuu barbaada.

Description

Beeksiisa Caalbaasii Marsaa 1ffaa

Goodina Borana Bahattii waajjira Maallaqaa Aanaa Madda walaabuu Bara Baajataa 2019 seektarootaaa mootumma Aanichaa keessaa jiraniif,

1- Meeshaalee Barreeffamaa 2. Meeshaalee qulqullinaa 3.Meeshaalee dhabbii biroo keessaa 4.Meeshaalee dhabbii farnicharaa biroo keessa 5.Meeshaalee elektroniksii biroo keessa 6. Uffata dambii hojjattottaa 7. Uffata dambii sportii 8. Meeshaalee jijjirraa konkolaataa 9. Meeshaalee ijaarsaa fi maxxansalee adda addaa caalbaasii ifaa tiin waldorggomsiisee bittuu barbaada.

Kanaafuu dorgomtoonii ulaagaalee armaan gadii guuttan hundi dorgomuu kan dandeessan ta'uu isiin beeksifna

Ulagalee dorgommiif barbaachisan

1. hayyama daldaala kallatii hojii daldaala isaanitiin kan qabuu fi kan bara 2018 haroomfamee dhiyyessu kan danda'uu.

2. hayyama dhiyyesii seera qabeessa dhiyyessu kan danda'uu.

3. Dorgoomtonnii kamiyyuu Galma'aa vatii (15%)kan ta'aan fi raga Fotokopiin dhiyyessu kan danda'uu.

4. Dorgoomtonnii kamiyuu TIN kan qabuu fi ragaa dhiyyefachuu kan danda,uu.

5. Dorgoomtonnii kamiyuu meeshaa irratii dorgomeef samuda suuraan ykn qaaman dhiyyefachuu kan danda'uu

6. Dorgoomaan tokkoo sanada dorgoomii tokkoon malee qabatee dhiyyachuu hindada'uu

7. Dorgoomtonnii mo'ataa caal-baasichaa ta'uu isaanii erga ibsamee booda guyyaa 5/shaan/ kessaatti qaaimaan dhiyyachuun waligaltee mallatteessu dirgamaa qaban.

8. Dorgoomtonnii meeshalee mo'ataan qulqullinaa isaanii kan eggataan fi akkata ispesifikeeshinii ka'aameen dhiyyessu dirqama qabaan

9. Dorgoomtonnii kabbachisaa caalbasiif CPO Qarshii 10,000 /kuma kudhaan/ Bankiin mirkana'ee sanadaa caalbasichaaa waliin dhiyyefachuu kan danda'uu.

10. Dorgoomtonnii sanadaa yaada dorgoomii dhiyyatee irratii haqamaa fi laqamaa tokko malee gatii guutuudhaan orjinaalaa fi koopi isaa addaa basuu dhaan dhiyyefachuu qabu.

11. Dorgoomtonnii dorgooma birra irra hunda'uu dhaan gatii gutuun hin danda'amuu

12. dhaabbanni mo'atee meeshalee ajajamee akataa ispesifikeshinii ka'ameen guyyota 10 keessaatti mana kuusaa waajjira Maallaqaa Aanaa Madda Walabuutii dhiyyessu qaba

13. Dorgoomtonnii guyya beesksifnii kun bahee irra jalqabee guyyoota hojii 15 sa'atii hojii Mootummaa Waajjira Maallaqaa A/M/Walaabuu Adeemsa Garce bittaa lakk 5/shan/ qaaman argamuudhaan sanada caalbasii qarshii hin deebinee 200.00/dhibba lamaa/ kafaluu dhaan bituu danda'uu.

14. caalbaasichii kan cufamuu guyya beeksifnii kun bahee irra jalqabee guyyaa 16ffa sa'atii 3:30 irratti yoo ta'uu kan banamuu guyyuma sana sa'atii 4:00 dorgoomtonii ykn bakka buutonii seera qabeessa ta'an bakka argamanitti kan banamuu ta'aa

15. waajirichii filanno biraa yoo argate caalbaasicha gar-tokken ykn guutumaatti haquuf mirga qaba. Oddefannoo dabalataaf Lakk. Bilbilaa 09 12 01 13 40 ykn 09 10 81 49 33

Waajjiraa Mallaqaa Aanaa Madda Waalabuu


Tender details

  • Deadline: 2026-10-26
  • Bid closing time: 10:00
  • Bid closing (note): Guyyaa 16ffaa sa,aatti 3:30ti
  • Bid opening: 2026-10-26 10:00
  • Bid opening (note): Guyyaa 16ffaa sa,aatti 4:00ti
  • Region: Oromia
  • Publishing entity: Waajjiraa Maallaqaa Aanaa Madda Waalabuu.
  • Bid bond: Qarshii 10,000.00
  • Bid document price: Qarshii 200.00
  • Published on: Kallacha Oromiyaa (Oct 08, 2026)
  • Posted at: 2026-10-09T09:03:34.000Z
  • Source: Qelal Tenders
← Back to all tenders