Stationery
Beeksisa Caalbaasii Bittaa Meeshaalee Barreefamaa, Qulqullinaa, Elektirooniksii, Gommaa Konkolaataa, Furnitures, Motoroota, Baajaajii fi Uffataa Dambii Bulchiinsa Magaalaa Bishooftuutti Waajjira Maallaqaa Kutaa Magaalaa Calalaqaa (Lakk. 01/2019)
More tags
Description
BEEKSISA CAALBAASII 01/2019
Waajjirri Maallaqaa Kutaa Magaalaa Calalaqaa bittaa meeshaalee
1. Barreefamaa, 2. Qulqullinaa, 3. Elektirooniksii fi Kompuuteroota, 4. Gommaa konkolaataa, 5. Furnitures, 6. Motoroota fi Baajaajii, 7. Uffataa Dambii /seeraa/ fi kkf seekteroota kutaa magaalaaf caalbaasii dhaan wal- dorgomaniif affeeree jira. Dhiheessitoonis haalota armaan gadii yaada keessa galchuun dorgomuu qabdu.
1. Eeyyama daldalaa kallatiidhaan kan qabuu fi gibira mootummaa kanfaluu isaatiif raga kan dhiheeffatu.
2. Dorgomaan Sanada caalbaasichaa kan hin deebine lootii hundaaf Qr. 700 /dhibba torbaa/ Bankii Siinqee lakk. Herregaa 1054529080113 tti maqaa waajjiraa Galii Kutaa Magaalaa Calalaqaattiin banameetti galchuun nagaa'e itti kutatee waajjira maallaqaa adeemsa bittaa fi bulchinsa qabeenyaatii sa'aatti fi guyyaa hojii mootummaatti guyyaa calbaasiin kun bahee irra eegalee bitachuu ni danda'a.
3. Dorgomaan sanada bitatee gatii yeroo guutu tokkon tokkoo Lootiif qofaa qofaatti poostaa qofa qofaatti maqaa dorgomaa, lakk. Bilbilaa fi "chaappaa" itti godhee dhiheessuu qaba.
4. Dorgomaan sanadaa lootii "Original fi Copy" Financial & technical qofaa qofaatti erga saamsee CPO technical Original keessatti itti dabalee poostaa tokkoon ergaa samsee booda kan lootii tokko postaa arfaan bakka tokkotti poostaa tokkon godhee dhiheessuu qaba.
5. Sanadoonni caalbaasii dhihaatanis Finaanshaalaa fi teekinikaa “original” gatii guutamee fi kooppii tokko tokkon ta'a.
6. Sanadni caalbaasii guyyaa qilleensa irra oolee jalqabee hanga gaafa 29/01/2019 saʼaatti 11:00 tti kan gurguramu yoo ta'u, gaafa 20/02/2019 saʼaatti 8:30 tti cufamee guyyuma sana sa'aatti 9:00 tti bakka dorgomtoonnii ykn bakka bu’oonni isaanii argamanitti ni banama.
7. Dorgomtoonnikabachiisa caalbaasiibifa "CPO"Qr40,000 (kuma afuurtamaa) Lootii tokkof maqaa waajjira maallaqaa kutaa magaalaa Calalaqaatiin hojjechiisanii “sanadaa teekinikaa Orijinaalaa” waliin saamsuun dhiheessuu qabu.
8. Sanadni meeshaalee sammuudni isaanii gaafatame gatiin lootii irratti gaafatamee keessatti poostaa lootichaa waliin kan dhihaatu yoo ta'u, dorgomaan gatii meeshaalee sammudni isaanii gaafatame guutu meeshicha qabatee dhiheessuun dirqama ta'a. Dorgomaan meeshaalee sammudni isaanii gaafatame osoo hin dhiheessiin gatii qofa guutee yoo deebise fudhatama hin qabu.
9. Manni hojii filannoo biro yoo argate caalbaasicha gartokkoonis ta'e Odeeffannoo dabalataaf guutummaa guutuutti haquuf mirga ni qaba. 09 90 35 36 72 bilbiluun ni danda’ama.
Bulchiinsa Magaalaa Bishooftuutti Waajjira
Maallaqaa Kutaa Magaaalaa Calalaqaa
Tender details
- Deadline: 2026-10-30
- Bid closing time: 14:30
- Bid opening: 2026-10-30 15:00
- Region: Oromia
- Publishing entity: Wajjiraa Maallaqaa Kutaa Magaalaa Calalaqaa
- Bid bond: Qarshii 40,000.00 tokkoon tokkoon
- Bid document price: Qarshii 700.00 tokkoon tokkoon
- Published on: Addis Zemen (Oct 09, 2026)
- Posted at: 2026-10-09T09:10:13.000Z
- Source: Qelal Tenders