Equipment and Accessories

Naannoo Oromiyaatti Godina Gujii Waajjirri Maallaqaa Aanaa Sabba Boruu Sekteralee hojii mootummaa Aanicha keessatti argaamanif meeshalee dhaabbii, Meeshalee Elekitirooniksii, Meeshaalee dhumoo, uffataa seera kaardii baraatoota fi kkf. Bara bajaata 2019 ti

Description

Beeksisa Caalbaasii Bittaa Meeshaalee Bara 2019

Naannoo Oromiyaatti Godina Gujii Waajjirri Maallaqaa Aanaa Sabba Boruu Sekteralee hojii mootummaa Aanicha keessatti argaamanif meeshalee dhaabbii, Meeshalee Elekitirooniksii, Meeshaalee dhumoo, uffataa seera kaardii baraatoota fi kkf. Bara bajaata 2019 tiif caal-baasii ifaatiin wal-dorgomsisee bituu barbada. Kanafuu caal-baasii irrattii dorgomtootni hirmachuu barbadaan, akkatuma armaan gaditti ibsameen dhiyaatanii dorgomuu ni dandetu.

1. Dorgomtootni kallattii hojii daldalaa isaanitin heyyamaa daldalaa isaani seera qabeessa ta'ee gibira hojii Bara 2019 Kan ittin kaffalan eyyama daldala bara 2019 kan haromfate ta'u qaba.

2. Dorgomtooni dhiyaatani galma'aa taaksii dabalataa (VAT) galmaa'uu isaanitiif ragaa dhiyeeffachuu kan danda'an ta'uu qaba.

3. Dorgomtootni sanada Caalbaasii guyyaa beeksifni Kun Gaazexaa Kallalcha oromiyaatiin ba'ee eegalee guyyaa hojii 15 keessatti W/Mallaqaa Aanaa Sabbaa Boruutti dhiyaatee qarshii hin deebine 200 (Dhibbaa lama) qofan bitachuu ni danda'u.

4. Dorgomaan kamiyyuu kabachiisa Caalbaasiif kan oolu CPO Baankiin kan  mirka'ee 5,000 (kumashan )qabsiisu kan danda'u.

5. Dorgomtootni Meeshaawwan qulqulina qaban dhiyeessuu danda'u ta'u qaban.

6. Sanadaa Caalbaasii kan haqamaa fi laaqama kan hin qabne poostaa orjiinalaa fi koopii isaa kan hin banamne samiinsaamsamee guyyaa gazeexaan kun bahee irraa kaase guyyaa hojii 15 keessattii W/Mallaqaa /A/S/Boruutti dhiyeessu qaba.

7. SanduqiiCaalbaasiikancufamuguyyaa Gaazexaan bahee irraakaase guyyaa hojii 16ffaa sa'atii 4;30 irraatti sanduqaa qophaa'eettii galee guyyuma kana sa'atii 5:00 irraattii bakka dorgoma ykn bakka bu'oonnii seera qabeessummaa qabani fi koreen caalbaasii Aanaa jiranitti W/Mallaqaa /A/S/Boruutti ni banama.

8. Mo'ataan CaalBaasii tiif qarshiin kankaffalamuuf Meeshaalee Mana Kuusaa Waajjira Mallaqaa Aanaa Sabbaa Boruu Moodela 19 erga galchee fi nagahee Seera qabeessa erga dhiyeesseen booda kan kaffalamuuf ta'a.

9.Mo'ataan caal-baasii meeshalee ittiin mo'atee hundaa hangaa W/Mallaqaa Aanaa Sabbaa Boruuttii dhiyeessuu qaba.

10. Afaan caal-baasichaa Afaan Oromootiin.

11. Waajjirichi filannoo fooyya'e yoo argatee caal-baasichaa guutummaan guututti ykn gar tokkee isaa haquu dhaaf mirgi isaa seeraan Kan eegameedha. Odeeffannoo Dabalataaf Lakk. Bilbilaa 066 687 1030, 09 23 04 11 65 ykn 09 16 13 67 19 ykn 09 26 49 13 08

Waajjira Mallaqaa Aanaa Sabbaa Boruu


Tender details

  • Deadline: 2026-10-26
  • Bid closing time: 11:00
  • Bid closing (note): Guyyaa 16ffaa sa,aatti 4:30tti
  • Bid opening: 2026-10-26 11:00
  • Bid opening (note): Guyyaa 16ffaa sa,aatti 5:00tti
  • Region: Oromia
  • Publishing entity: Waajjira Mallaqaa Aanaa Sabbaa Boruu
  • Bid bond: Qarshii 5000.00
  • Bid document price: Qarshii 200.00
  • Published on: Kallacha Oromiyaa (Oct 08, 2026)
  • Posted at: 2026-10-09T09:15:46.000Z
  • Source: Qelal Tenders
← Back to all tenders