House and Building Sale

Dhaabbannii Maayikiroo Faayinansii Harbuu abbooti idaa akka wabiitti kan qabsisaan qabeenyaa asii gaditti argaman bu'uura labsii lakk.97/1990, 216/92 foyya'ee baheetiin baankii fi dhaabileen maayikroo faayinaansiitiif Aangoo kenneetiin qabeenyaa kana bkka

Description

Beeksisa Caalbaasii

Dhaabbannii Maayikiroo Faayinansii Harbuu abbooti idaa akka wabiitti kan qabsisaan qabeenyaa asii gaditti argaman bu'uura labsii lakk.97/1990, 216/92 foyya'ee baheetiin baankii fi dhaabileen maayikroo faayinaansiitiif Aangoo kenneetiin qabeenyaa kana bkka jiranittti caal baasii ifaadhaan dorgomsisee gurguruu barbaada. Dorgomtooni caalbaasichaa caalbaasiif dorgomuun duratti dambilee amaan gadii hordofutu irraa eegama.

1. Dorgomtonni sanada caal baasii kan hin deebine qarshii dhibba lamaa (200) kaffaluun gaafa guyyaa 29/01/2019 A.L.H hanga gaafa guyyaa 02/03/2019 A.L.H ti guyyaa hojii jiran keessatti Biiroo dhaabbatichaa dame jimma qaamaan deemuun bitaachuu ni dandeessu.

2. Dorgomaan caal baasii kamiyyuu ykn bakka bu'aan seeraa gatii ka'uumsa caal baasii dhibbentaa digdamii shan(25%) kabachiisa caalbaasitiif kaffaltii maqaa dhaabatichaatiin karaa bankii kaffaluun CPO qabsisuun dorgommii caal baasii irratti hirmachhuu ni danda'u

3. Caalbaasiin akkataa sagantaa/schedule baheetin bakka qabeenyaan wabumman qabametti kan taasifamu yoo ta'u abbaan qabeenya qabsisuu bakkichatti argamu ni danda'a yoo kan hin argamne ta'ees bakka hin argamnetti caalbaasiin ni raawwatama.

4. Galmeen dorgomtoota caal baasii sa'aatii caal-baasichaa daqiqaa soddoma (30) dursee dhaabbaata.

5. Qabeenyaa caal baasiin gurguramuuf qophaayee ilaaluu dorgoman barbaade dursee kutaa Ogeessa seeraa dhaabatichaan wal qunnamuun caalbaasiin osoo hin adeemsifamiin guyyaa sadii dursee qabeenyicha ilaaluu ni danda'a.

6. Mo'ataan caalbaasii caalbaasii mo'achuu isaa guyyaa dhaabbatni xalayaa barresseef irraa eegalee guyyaa kudha shan (15) keessatti kaffaltii caalbaasii gutummaan kaffalee xumuruun qabeenyicha ni simata,guyyaa ibsame keessatti kaffaltii rawwachuun yoo qabeenyicha hin simannee caalbaasin haqamuun qarshiin inni qabsisee dhaabatichaaf galii ta'ee caalbaasiin 2ffaan baha. Warreen caalbaasii hin milkoofne qarshiin isaan qabsisaa ni debi'aaf.

7. Kaffaltiin gibiraa motummaaf kaffalamu, kaffaltii liizii ture,taaxiin dabalataa jijjirraa maqaa fi baasiwwaan biroo bitataan ni aguuga.

8. Jijjirran maqaa gara nama caalbaasiin biteetti naanneessuuf dhaabatichi qaama motummaa dhimmi ilaalatuuf xalayaa ni barressa.

9. Dhaabbatichi wanta fooya'aa yoo argate mirgi caal baasii kan haqu kan eegameefidha

Gosa qabeenyaa

TL

 

Maqaa

Liqeeffataa

 

Maqaa nama

qabeenyaa qabsisee

 

Bakka Manni

jireenyaa kun itti

argamu

Bal'ina lafaa

 

 

Lakk.

Mirkaneessaa

abbaa

qabeenyummaa

Tajaajila

qabeenyaa

 

Ka'uumsa gatii

caalbaasii

Guyyaa fi sa'aatii

Caalbaasiin itti gaggeffama

Yeroo caal

baasiin

itti bahe

 

1

Asraat

Badiruu

Bartaa

 

Asraat Badiruu

Bartaa

 

Magaalaa Jimmaa

ganda Ginjoo

 

271.5Kaaree

 

Mana

Jireenyaa

 

lakk.kartaa

6258/2015

 

1,300,000

(Miliyoona

tokkof kuma

dhibba sadiif)

03/03/2019 guyyaa sa'aatii 5:00-6: 00ti

 

Yeroo

jalqabataatif

(caalbaasii Iffan)

Odeffannoo dabalataaf: Teessoon: Godiina Jimmaa magalaa jimmaa Hoospitaala Aweetuu Bukkee Damee Jimmati qaamaan dhiyaachuun akkasumaas lakk bil jimma 047-112-00 26 akka gaafatan jenna.


Tender details

  • Deadline: 2026-11-12
  • Bid closing time: 12:00
  • Bid opening: 2026-11-12 12:00
  • Region: Oromia
  • Publishing entity: Dhaabbata Maayikiroo Faayinaansii Harbuu(WA)
  • Bid bond: 25%
  • Bid document price: Qarshii 200.00
  • Published on: Kallacha Oromiyaa (Oct 08, 2026)
  • Posted at: 2026-10-09T09:34:44.000Z
  • Source: Qelal Tenders
← Back to all tenders