Stationery
Godina Shawaa Lixaatti Manii Murtii Aanaa Ejerce Bara Bajaata 2019 Meeshaalee Barreessaa, Qulqulinaa,Elek- troniksii,Meeshaalee dhabbii biiroo keessaa, Uffata seer- aa hojjeetoota Labsii bittaa motummaa naannoo Oromiyaa Lakk .157/2002 fi Qajeelffama Bitta
More tags
Description
Beeksisa Caalbaasii Ifaa Marsaa 2ffaa Lakk. 01/2019
Godina Shawaa Lixaatti Manii Murtii Aanaa Ejerce Bara Bajaata 2019 Meeshaalee Barreessaa, Qulqulinaa,Elek- troniksii,Meeshaalee dhabbii biiroo keessaa, Uffata seer- aa hojjeetoota Labsii bittaa motummaa naannoo Oromiyaa Lakk .157/2002 fi Qajeelffama Bittaa mootummaa naannoo oromiyaa Lakk.02/2004 irratti hunda'udhaan caalbaasii if- aatiin dorgomsiisee bituu barbaada.
Ibsaa Balli'inaan
Caalbasiin kun Guyyaa Gaazexaa kallachaa Oromiyaa ir- ratti bahe calqabee gosoota fi waliigala odeeffannoo mee- shaalee bitamuuf barbadaman kan ibsu sanada caalbaasii gosa bittaa tokko tokkon qopha'ee kan hin deebine qarshii 100.00 (Dhibba dhibba) Waajjiraa Galiiwwan Aanaa Ejer- eetti kaffaludhaan yeroo hundumaa sa'atti hojii Mootum- maa Mana Murtii Aanaa Ejeree Lakkofsaa 20 dhufudhaan bitachuun ni danda'ama.
Ulaagaalee Dorgomtooni guutachuu qaban
1. Gibiraa Bara kana kan kaffalaniifii damee daldala meeshichaatiin eeyyama daldala haarome kan qaban, raga footokopii isaa qabatamaa dhiyeessuu qabu.
2. Galma'aa taksii dabalaa qabeenya (VAT) kan ta'an fi footo kopi dhiyeesuu qabu
3. Tarree dhiyesitootaa keessatti kan galma'anii fi raga galmee dhiyeessumaa ministeraa maallaqaa ykn qa- maa angoon keennamefiraa dhiyeesuu kan danda'uu
4. Dorgomtoonii baay'ina gaatii walii gala meeshaalee gosa bittaa dokumaantii tokko dorgomaan irraatti ida'amaa walii galaa irraa %1 kabachisaa caalbasii (CPO) kan qopha'ee qofa sanadaa calbasichaa waliin dhiyessuu qabu
5. Doorgomtoon kaabachisaa caalbasii CPO yoo baarresis- taan Meeshaalee tokko tokkon doorgomtaan ida'amaa waaliigalaa irraa 1% yemuu qaabsiftaan dhiibbentaa jedhaamee oliisi ta'ee gaadi fudhatama hin qabuu.
6. Dorgomaan caalbasii kanaa doorgomee mo'atee akka dhiyaatee waalgaltee maallateesuu fi kaabachisaa w aaligaltee 10% akka qaabsisuu itti himaamee dhiyaatee waaligaltee maallateesuu fi kaabachisaa waaligaltee qabsisuu dhisee achuumaan haafe bu'uuraa labsii sirna bittaa fi bulchiinsa qabeenya Mootumma Nanno Oromiyaa lakk.157/2002 keewwata 62.7n kan itti gaa- fatamuu ta'aa
7. Dorgoomtoni gaatii Meeshaalee tokko tokkon ittin dor- gomaan sanada caalbaasii irratti guutuudhaan orjinaala isaa fi koopii isaa adda addaatti(qofa qofaatti) Poostaa goggaadhan samsammu qaba
8. Daldaalttoonni Caalbasiin kan Bittatan guyyaa Caalba- siin kun gaazexaa irratti bahee irraa eegaalee guyyaa hojii Mootummaa guyyaa Hojii 10 (kudhaan) ergaa qileensaa irraa turee Gaafumaa guyyaa 10 (kudhaa shaanaffaa) ganaamaa keessaa sa'attii 4:00 tti waajjiraa keenyaa armaan olitti ibsamee Lakk.20 tti sanduqa Caal- basii kanaaf qopha'ee keessaa galchuu qabu.
9. Caalbasiin kun guyyaa armaan ol lakkofsaa 20 irratti ib- samee ganaamaa keessaa sa'attii 4:30tti dorgoomtonii ykn bakka bu'onnii isaanii fi qamooleen irratti hirma- chuu barbadaan bakka argamanitti ni banama. Dhabaat-ni caalbasichaa galchee ykn bakka bu'aan yoo jirachuu
batees poostaan isani galchaan ni banamaa.
10. Dorgoomttooni caalbasii kana mo'atan yeroo waliigaltee mallatessaan gaatii waligalaa meeshaalee mo'atanii %10 wabummaa kabaachisa waliigaltee baankiidhaan kan ra- gasifamee (CPO) seera qabessaa ta'ee dhiyeessuu qabu .Dorgomtooni mo'ataman (calbasichaa kufan) mo'ataa fi mo'atamaan calbasichaa ergaa ifaa ta'ee booda kaba- chifnii caalbasii duraa galchaan battalumatti fudhachuu ni danda'u
11. Dorgoomttoni caalbasii kana mo'aataan baasii kamiyyuu danda'uudhaan meeshaalee mo'taan mana kuusaa Mana Murtii A/Ejereetti dhiyyessuu qabu.
12. Kaffaltiin mallaqaa Gaatii meeshaalee dhiyaataniif taas- ifamuuf akka mija'uu dhiyyeessan kam iyyuu herregaa baankii daldalaa Itiyoophiyaa fi Bankii Siinqee qabaa- chuu fi beeksisuu qaba
13. Manni Murtichaa mala ykn filannoo biraa yoo arga- tee caalbaasii kana gartokes ta'ee gutumaan gutuutti haquudhaaf mirga qaba.
14. Dorgomaan kamiyuu meeshaa irraatti doorgomuu modeelaa ykn biraandii ibsee kan hin gaalchinee yoo ta'ee doorgomidhaan alaa ni ta'aa
15. Dorgomaan kamiyyuu Meeshaalee naamunaa (saamu- daa) baarbadaan yommuu sanadaa guutee deebisuu waa- liin fidee kennu qabaa. Ragaa Dabalataan barbada- muuf lakkofsa bilbila 0910491559, 0112830945 ykn 0910455816 Teesson Godinaa Shawaa Lixaa Aanaa Ejeree Fiinfinnee gara Amboo km 44 irraatti ar- gaamaa
Godina Shawaa Lixaatti Manii Murtii Aanaa Ejeree
Tender details
- Deadline: 2026-10-27
- Bid closing time: 10:00
- Bid closing (note): Guyyaa 10ffaa sa,aatti 4:00tti
- Bid opening: 2026-10-27 10:30
- Bid opening (note): Guyyaa 10ffaa sa,aatti 4:30tti
- Region: Oromia
- Publishing entity: Godina Shawaa Lixaatti Manii Murtii Aanaa Ejeree
- Bid bond: 1%
- Bid document price: Qarshii 100.00
- Published on: Kallacha Oromiyaa (Oct 15, 2026)
- Posted at: 2026-10-16T07:59:51.000Z