Shoes and Other Leather Products
Mana Murtii Ol'aanaa Magaalaa Shaggar Teessoo Leezarii 40 minjaala nyaataa waayinii dhugaatii gurguruu barbadaa
Description
Beeksisa Caalbaasii
R/Himataan Sooreessaa Onnataafi R/Himatamtoota Waldaa Shaarikummaa Tajaajila Mana Nyaataafi Dhugaatii, Guutaa Daggafaa fi Misgaanuu Injiguu jidduu falmii raawwii jiru ilaalchisee 1faa Teessoo Leezarii 40 gatiin tokkoo qarshii 2500X40-100,000 2ffaa, minjaala nyaataa 15 gatiin tok- koo qarshii 2500X15=37,500, 3ffaa waayinii dhugaatii gati- in tokkoo garshii 250 baayinni saanduuqa tokkoo firee 15 ,15X7=105X250=26250 saanduqii torba gatiin tokkoo qarshii 1000X7-7000+26250=33250 ta'e,ka'umsa caalbaasii godha- chuun gaafa 13/02/2019 sa'aatii 3:00 - 6:30tti caalbaasii if- aatiin waan gurguramuuf namoonni dorgomtanii bitachuu barbaaddan iddoo meeshaan kun gurguramu Kutaa Magaalaa Furii Aanaa Muudaa Furiitti argamuudhaan dorgomtanii bita- chuu kan dandeessan ta'uu manni murtii ajajeera.
Mana Murtii Ol'aanaa Magaalaa Shaggar
Tender details
- Deadline: 2026-10-23
- Bid closing time: 12:30
- Bid opening: 2026-10-23 12:30
- Region: Oromia
- Publishing entity: Mana Murtii Ol'aanaa Magaalaa Shaggar
- Published on: Kallacha Oromiyaa (Oct 15, 2026)
- Posted at: 2026-10-16T08:36:59.000Z