House and Building Sale

Baankiin Siinqee W.A Mana jireenyaa gurguruu barbaada

Description

Beeksisa Caalbaasii

Baankiin Siinqee W.A Qabeenya armaan gadii bu'uura Aangoo Labsii lakk.97/1990(akka foyya'eettii) tiin kennameefiin gurguruu barbaada Lakk.BS/ KTS/03/2019

TL

Maqaa

Liqeeffataa

Maqaa

Namaa

qabeenya

qabsiisee

 

Damee Liqeesse

 

Teessoo fi ibsa Qabeeya Caalbaasil dhiyaatee,

Ka'uumsa

Caalbaasii

Qarshiidhaan

 

Yeroo Caalbaasium itti

gaggeeeffamu

Marsaa

Caalbaasi

ba'e

Qabeenya

Caalbaastif

dhiyaate

Magaala/Kutaa Magaalaa/Aanaa/

Gandaa

Lakk kaartaa

 

Bal ina

Lafaa

Guyyaa

Sa,aatti

1

Firoomsaa

Hammeessoo Leenjisoo

Firoomsa

Hammeessoo

Leenjisoo

Shaashamanneetti

 

 

Mana jireenyaa

 

Mag/Shaashamanneetti Kutaa Mag/Bishaan

Gurraachaa Aanaa

Habaasii

OR002073205003

 

 

139.61m²

1,753,608.97

7/3/2019

 

4:30-6:00

2ffaa

2

Wasanee Abdataa Waltajji

 

Solomoon

Abarraa

Kaasaa

Baroo Tumsaa

 

Mana jireenyaa

 

Magalaa Gimbii

ganda 01

ORO14021501014

 

202m²

 

2,584,073.02

 

7/3/2019

4:30-6:00

1ffaa

3

Martaa Talasee

Dawwit Geetabee

Gimbii

 

Mana jireenyaa

Magalaa Gimbii

ganda 01

01/0243/010

 

200m²

 

1,972,359.42

 

7/3/2019

8:30-10:00

1ffaa

4

Tsahaayinaash

Ittafaa Haayilee

Tamasgeen

Abbabee

Sanbaatoo

Gimbii

 

Mana jireenyaa

 

Magalaa Gimbii

ganda 01

 

ORO14010403015

 

285.75m²

1,171,990

 

8/3/2019

 

4:30-6:00

1ffaa

Dambilwwan Caalbaasii:

1) Dorgomaan ykn bakka bu'aan seeraa dorgomaa gatii ka'uumsa Caalbaasichaa 1/4 Ajaja Baankii /C.P. O/ dhaan mirkanaa'e qofa qabsiisuun galmaa'uun dorgomuu ni danda'a Dorgomaan Caalbaasiicha mo'ate guyyaa 15 (kudha shan) keessatti gatii qabeenyicha ittiin mo'ate kaffalee xumuruu qaba. Kan hin xumurre yoo ta'e, qarshii qabsiise Baankichaaf galii ta'ee, Caalbaasichi kan haqamu ta'a. Dabalataan garaagarummaa gatii qabeenyichi Caalbaasichaaf irra deebiin ba'uun uumamuuf itti gaafatamaa ta'a

2) Dorgomaan caalbaasii irratti gatii ol'aanaa dhiyeesse caalbaasichaa mo'aachuu isaa qaama dhimmi ilaaluun erga mirkanaa'een booda xalayaa mo'aataa ta'uu isaa ibsu kennamaaf.

3) Dorgomtoota Caalbaasicha mo'atamaniif Ajaja Baankii /C.P.O'n qabsiisan guyyuma sana deebi'aaf.

4) Caalbaasii irratti argamuu kan danda'u dorgomaa, liqeeffataa fi qabsiisaa qabeenyaa ykn bakka bu'aa  seeraa isaanii qofa ta'a.

5) Caalbaasichi kan adeemsifamu bakka qabeenyichi itti argamutti ta'a.

6) Guyyaa caalbaasiichaatti sa'a 4:30-5:00 waaree duraa yeroo galmee dorgomtoota ta'ee sa'a 5:00 booda galmeen dorgomtootaa hin jiraatu, sa'a 5:00 irraa eegalee hanga sa'a 6:00 yeroo caalbaasiin adeemsifamu ta'a. Caalbaasii waaree booda geggeeffamus sa'a 8:30-9:00 yeroo galmee dorgomtoota yoo ta'u sa'a 9:00 booda yeroon galmee hin jiraata. Sa'a 9:00- 10:00tti yeroo caalbaasiin geggeeffamu ta'a.

7) Kaflaltii jijirraa maqaa akkasumas kaffaltii gibiraaf liizii fi kanneen biroo bitataan bu'uura seeraatiin akka kaffaluuf murtaa'ee/dirqamu bitataan/mo'ataan Caalbaasii kan kaffalu ta's

8) Waldaan Daldalaa Waldicha bakka bu'ee Caalbaasicha irratti dorgomuu barbaade sanada aangoo qaamaa seerummaa qabaachuu isaa agarsiisu (Barreeffama Hundeeffamaa fi ykn Dambii ittiin Bulmaataa) fi aangoo bakka bu'insa seeraa qabatee dhiyaachuu qaba.

9) Baankichi karaa mijaawaa biroo yoo argatee, Caalbaasicha guutummaatti ykn gar-tokkeen haquuf mirgi isaa kan eegamedha.

10) Namni qabeenya Caalbaasiif dhiyaate kana ilaaluu barbaadu, Damee liqeessaa beellama qabsiifachuun ilaaluu ni danda'a.

11) Dorgomaan moo'ataa caalbaasiti kan jedhamu moo'ataa ta'uu isaa kan ibsu barreeffamaan yeroo xalayaan harka isa gahu qofadha

12) Odeeffannoo dabalataaf: Lakkoofsa bilbilaa Baankii Siinqee Kutaa Tajaajila Seeraa (011-557-6016), Damee Shaashamannee (046-211-2572) Dame Gimbii (+251115576016) ta'e irratti bilbiluun gaafachuun ni danda'a.

Baankiin Siinqee W.A


Tender details

  • Deadline: 2026-11-17
  • Bid closing time: 12:00
  • Bid closing (note): Guyyaan caalbaasichaa ni garaagara
  • Bid opening: 2026-11-17 12:00
  • Bid opening (note): Guyyaan caalbaasichaa ni garaagara
  • Region: Oromia
  • Publishing entity: Siinqee Bank Share Company
  • Buyer address: Joseph Tito Street, Kazanchis, adjacent to Nega City Mall, Oda Tower
  • Bid bond: 25%
  • Published on: Kallacha Oromiyaa (Oct 15, 2026)
  • Posted at: 2026-10-16T09:05:33.000Z
  • Buyer website: https://siinqeebank.com/
← Back to all tenders