Others

Godina Shawaa Kaabaa Bul/Mag/Fiicheetti W/Maallaqaa bara bajataa 2019tti:- Bittaa kiraa meeshaalee adda adda qophii adda addaatiif oolu caalbaasii ifaatiin dhiyeessitoo- ta dorgomsiisee seektaroota magaalaatiif kireeffachuu barbaada

Description

Beeksisa Caalbaasii Ifaa Marsaa Iffaa

Godina Shawaa Kaabaa Bul/Mag/Fiicheetti W/Maallaqaa bara bajataa 2019tti:- Bittaa kiraa meeshaalee adda adda qophii adda addaatiif oolu caalbaasii ifaatiin dhiyeessitoo- ta dorgomsiisee seektaroota magaalaatiif kireeffachuu barbaada.

Ulaagaalee Caalbaasichaa:

  1. Dorgomtootni hayyama hojii daldala seera qabeessaa kan bara 2019 haaromfame dhiyeeffachuu qabu.
  2. Dorgomtootni facaatii dhiyeessitootaa keessatti galma'aa ta'uu isaanii waraqaa ragaa kooppii dhiyeeffachuu qabu.
  3. .Dorgomtootni ragaa galmaa'aa taaksii dabalataa (VAT) fi ragaa lakk. addaa baasaa kaffalaa gibiraa (TIN) kooppii dhiyeeffachuu qabu.
  4. Dorgomtootni sanada caalbaasii guyyaa caalbaasiin kun gaazexaa irratti maxxanfamee bahe irraa kaasee guyyaa hojii walitti aanan 15 keessatti waaree dura sa'aatii hojii mootummaa 2:30-6:30 waaree booda 7:30-11:30tti kaf- faltii sanadaatiif qarshii hin deebine 300 (dhibba sadii) kaffaluudhaan Waajjira Maallaqaa Bul/ Magaalaa Fiichee lakk.2tti dhiyaachuun bitachuun ni danda'ama.
  5. Caalbaasiin kan banamu gaafa guyyaa 16ffaa waaree booda sa'aatii 9:00 irratti saanduqni cufamee guyyuma kana sa'aatii 9:30 irratti bakka dorgomaan ykn bakka bu'aan seera qabeessaa jirutti ni banama. Guyyaan 16ffaan guyyaa hojiitii ala yoo ta'e, guyyaa hojii itti aanu sa'aatii wal fakkaatutti ta'a.
  6. Dorgomaan kamiiyyuu kabachiisa caalbaasiitiif qar- shii deebi'u 50,000 (kuma shantama) 'Account' Imaa- naa (1070552321213) Maqaa Waajjira Maallaqaa Bul/ Magaalaa Fiicheetiin baname irratti galchuun ragaa baankii irraa mirkanaa'e qofa sanada orijinaala caalbaa- sichaa waliin qabsiisuu qabu. Hubachiisa: 'CPO'dhaan dhiyeessuun caalbaasii kana keessatti dhorkamee jira.
  7. Dorgomtootni sanada caalbaasichaa irratti komii yoo qa- baatan akkaataa labsii bittaa mootummaa bu'uureffachu- un komii isaanii dhiyeeffachuu ni danda'u.
  8. Dorgomtootni sanada caalbaasii irratti gaaffii ykn yaa- da yoo qabaatan sanada osoo hin galchin guyyaa 5/shan/ dura gaafachuu ni danda'u.
    leoigolos-onby bo golo
  9. Odeeffannoo guutuu isaa sanada caalbaasii irratti kan ar- gamu ta'a.
  10. Waajjirichi caalbaasicha filannoo biraa yoo argate guu- tummaan guutuutti ykn gartokkeen haquu ni danda'a.

Odeeffannoo dabalataaflakk.bilbilaa:
01-11-35-10-11
Waajjira Maallaqaa Bul/ Magaalaa Fiichee


Tender details

  • Deadline: 2026-11-06
  • Bid closing time: 15:00
  • Bid closing (note): 16ffaa waaree booda sa'aatii 9:00 irratti
  • Bid opening: 2026-11-06 15:30
  • Bid opening (note): 16ffaa waaree booda sa'aatii 9:30 irratti
  • Region: Oromia
  • Publishing entity: Waajjirri Maallaqaa Bulchiinsa Magaalaa Fiichee
  • Bid bond: 50,000 (kuma shantama)
  • Bid document price: 300 (dhibba sadii)
  • Published on: Addis Zemen (Oct 20, 2026)
  • Posted at: 2026-10-20T13:41:35.000Z
  • Source: Qelal Tenders
← Back to all tenders