Stationery
Mana Murtii Olaanaa Magaalaa Maayaatti Manni Murtii Aanaa Kutaa Magaalaa Awwadaay bara baajataa 2019 keessa caalbaasii ifaa baasee Meeshaalee Dhabbataa,Meeshaalee Barruu, meeshaalee dhumataa Biiroo Keessaa, Meeshaalee Qulqullinaa fi Uffata Seeraa Biiroo k
More tags
Description
Beeksisa Caalbaasii ifaa
Mana Murtii Olaanaa Magaalaa Maayaatti Manni Murtii Aanaa Kutaa Magaalaa Awwadaay bara baajataa 2019 keessa caalbaasii ifaa baasee Meeshaalee Dhabbataa,Meeshaalee Barruu, meeshaalee dhumataa Biiroo Keessaa, Meeshaalee Qulqullinaa fi Uffata Seeraa Biiroo keessaa wal dorgomsiisee bitachuu barbaada.
Kanaafuu, dorgomtoonni Heeyyama Daldala dhiheessii qabdanii fi Ulaagaalee caalbaasii armaan gadiitti tarreeffaman guutuu dandeessan Sanada Calbaasii Ifaa Mana Murtii Aanaa Kutaa Magaalaa Awwadaay irraabitachuun dorgomuu kan dandeessan tahuu isin beeksifna.Ulaagaalee Dorgomtoonni Guuttachuu Qaban:
- Hayyama daldalaa seera qabeessa kan qabu tahee heeyyama bara 2019 kan haaromse.
- Gibira bara 2018 kan kaffalee fi Ragaa VAT fi TIN. No.itti galmaa'ee dhiheessuu kan danda'u.
- Mo'ataan kabachiisa caalbaasitiif 3% CPO postaan saamsame dhiheessuu kan danda'u.
- Dorgomaan meeshaa dhiheessuun beekamtummaa kanqabuu fi waraqaa ragaa kan qabuu yoo tahee filatamaawaan taheef dhiheeffachuun ni danda'ama.
- Dorgomtoonni beeksisni caalbaasii Guyyaa 10/02/2019 irraa eegalee Guyyoota Hojii 15(kudha shan) keessattisanada caalbaasii Qarshii 100(dhibba tokko) kan hin deebineen Mana Murtii Aanaa Kutaa Magaalaa Awwadaayirraa bitachuu ni danda'a.
- Wal-dorgomtoonnii sanada caalbaasii orjinaalaa fi koppii Invelopii samsaman dhiheeffachuu qaba.
- Caalbaasii kan mo'ate Meeshaalee hanga Mana MurtiiAanaa kutaa Magaalaa Awwadaayitti dhiheessuu kandanda'u.
- Sanada Caalbaasii irratti Teessoo, Maqaa fi lakk.bilbilaa dorgomaa barreeffamuu qaba.
- Caalbaasiin kun qilleensarra kan turu guyyaa gaazexaa kanarratti maxxanfame 10/02/2019 Hanga 30/02/2019ttikan turudha.
- Caalbaasiin kun kan banamu gaafa guyyaa 01/03/2019tti sa'aa 4:00 irratti kan banamuudha.
- Saanduqni Caalbaasii erga cufamee booda sanadni dhufu kamiyyuu fudhatama hin qabu.
- Manni Murtii caalbaasii kana filannoo biraa yoo argate gar tokkee ykn guutummaa guutuutti haquuf mirga kan qabu ta'a.
Odeeffannoo dabalataatiif Mana Murtii Aanaa KutaaMagaalaa Awwadaay kutaa Bulchiinsaa Faayinaansiittidhihaachuu dandeessu ykn Lakk Bil./ 0936089370 irratti Sa'aa Hojiitti bilbiluu dandeessu.
Mana Murtii Olaanaa Maagaalaa Maayaatti Mana
Tender details
- Deadline: 2026-11-09
- Bid closing time: 17:00
- Bid opening: 2026-11-10 10:00
- Region: Oromia
- Publishing entity: Mana Murtii Olaanaa Maagaalaa Maayaatti Mana
- Bid document price: Qarshii 100.00
- Published on: Addis Zemen (Oct 20, 2026)
- Posted at: 2026-10-20T15:58:24.000Z
- Source: Qelal Tenders