House and Building Sale
Mana Murtii Ol'aanaa Magaalaa Shaggar mana jireenyaa gurguruu barbadaa
Description
Beeksisa Caalbaasii
R/Himattoonni 1ffaa Saamu'eel Xilaahun 2ffaa Obbo Abra- haam Xilaahun 3ffaa Azeeb Xilaahun 4ffaa Daani'eel Xilaa- huun fi R/Himatattuun Aadde Balaayinash Naasiraanee gidduu falmii jiru ilaalchisee mana jireenyaa Magaalaa Shaggar Ku- taa Magaalaa Buraayyuu Aanaa Kattaa keessatti maqaa obbo Xilaahuun Goobanaafi Balaayinash Naasiraaneetiin kennamee jiru,lakk.kaartaasaa OR007021302025 kan ta'e, tilmaama gatii ka'umsa caalbaasii qarshii 3,007,292.72n gaafa 14/03/2019 sa'aatii 3:00 - 5:00tti sababa raawwii murtiif caalbaasii ifaati- in waan gurguramuuf namoonni caalbaasii kanarratti dorgom- tanii bitachuu barbaaddan gatii ka'umsaa caalbaasii 1/4 CPO qabsiisuun bakka qabeenyi kun argamutti argamuudhaan dor- gomtanii bitachuu kan danderssan ta'uu manni murtii ajajeera.
Mana Murtii Ol'aanaa Magaalaa Shaggar
Tender details
- Deadline: 2026-11-23
- Bid closing time: 11:00
- Bid opening: 2026-11-23 11:00
- Region: Oromia
- Publishing entity: Mana Murtii Ol'aanaa Magaalaa Shaggar
- Bid bond: 25%
- Published on: Kallacha Oromiyaa (Oct 22, 2026)
- Posted at: 2026-10-23T08:38:48.000Z
- Source: Qelal Tenders