Equipment and Accessories
Manni Murtii Ol'aanaa Magaalaa Maayaa bara baajaata 2019 keessatti caalbaasii ifaa baasee Meeshaalee Dhaabbataa, Dhumataa fi qulqullinaa biiroo bituu barbaada
Equipment and AccessoriesElectrical, Electromechanical and ElectronicsCleaning and Janitorial Equipment and Service
Oromia
Description
Beeksisni Waamicha caalbaasii Ifaa 1ffaa
Manni Murtii Ol'aanaa Magaalaa Maayaa bara baajaata 2019 keessatti caalbaasii ifaa baasee Meeshaalee Dhaabbataa, Dhumataa fi qulqullinaa biiroo bituu barbaada.
Haaluma kanaan Dorgomtoonii hayyama daldalaa Dhiheessii qabdanii fi Ulaagaa Caalbaasii armaan gadiitti tarreeffamee kana guuttan sanada caalbaasii Mana Murtii Ol'aanaa Magaalaa Maayaa irraa bitattanii dorgomuu kan dandeessan ta'uu isin bekseksifna.
Ulaagaa Dorgomtooni Guutuu qaban
- Hayyama hojii daldalaa kan qabu ta'e Hayyama bara 2018 kan haroomse.
- VAT fi Tin No. Ittiin galmaa'ee dhiheefachuu kan danda'u fi gibira bara 2019 kan kafale.
- Dorgomtoonii Sanada Caalbaasii irratti mallattoo, Teessoo, Bilbilaa fi Chaappaa itti godhun sanadaa Orjinaalaa fi Kooppii tokko poostaa adda addaatti saamsuun koopii hayyama daldalaa haroofamee wajjiin guyyaa beksisni kun bahee irraa eegalee hanga guyyaa 24/02/2019 sa'aa10:00tti MMO Magaalaa Maayaatti dhiheessuu qabu.
- Moo'ataan kabachiisa caalbaasiif 20,000 bifa qarshiitiin/ CPO/ Poostaan Saamsamee dhihaachuu qaba.
- Dorgomtoonii Sanada caalbaasii Mana Murtii Ol'aanaa Magaalaa Maayaa irraa Qarshii hin deebine Dhibba Lamaan (200) bitachuu danda'u.
- Caalbaasiin erga guyyaa hojii 15 (kudha shan) Qilleensaa irraa turee booda kan banamuu Guyyaa 25/02/2019 Sa'a 4:00tti Mana Murtii Ol'aanaa Magaalaa Maayaatti bakka Dorgotoonii ykn bakka bu'oonii argamanitti ta'ee yoo argamuu baataniis adeemsa Caalbaasii hin gufaachiisuu.
- Moo'ataan Guyyaa Waliigalteen kennameef keessatti Galchee xumuruuf dirqama qaba.
- Moo'ataan Meeshaaleehangaguyyaa 10(Kudhan) keessattimeeshaaleehunda MMO Magaalaa Maayaatti dhiheessuuf dirqama qaba.
- Mannii Murtii Ol'aanaa Magaalaa Maayaa Filaannoo biraa yoo argate caalbaasicha gar-tokkeen ykn guutumaan guutuutti haquudhaaf mirga qabaachuu isaa fi, Odeeffannoo Dabalataa Lakk Bilbilaa 0933 239 893 / 0986 484 108 argachuu dandeessu.
Manna Murtii Ol'aanaa Magaalaa Maayaa
Tender details
- Deadline: 2026-11-03
- Bid closing time: 16:00
- Bid opening: 2026-11-04 10:00
- Region: Oromia
- Publishing entity: Mana Murtii Ol'aanaa Magaalaa Maayaa
- Bid bond: Qarshii 20,000.00
- Bid document price: Qarshii 200.00
- Published on: Addis Zemen (Oct 24, 2026)
- Posted at: 2026-10-24T08:35:56.000Z
- Source: Qelal Tenders