Equipment and Accessories

Godina Baha Oromiyaatti Waajjirri Karooraa fi Mallaqaa Bulchiinsa Magaalaa Dadar Meeshaalee Teekknooloojii fi Farnichara Giddu-gala Tajaajila Wirtuu Tokkoffaa MESOB'f Barbaachisu Caalbaasii Ifaan Dorgomsiisee Bituu Barbaada.

Description

Beeksisa Caalbaasii Ifaa Marsaa 2ffaa

Godina Baha Oromiyaatti Waajjirri Karooraa fi Mallaqaa Bulchiinsa Magaalaa Dadar Meeshaalee Teekknooloojii fi Farnichara Giddu-gala Tajaajila Wirtuu Tokkoffaa MESOB'f Barbaachisu Caalbaasii Ifaan Dorgomsiisee Bituu Barbaada. Kanaafuu dorgomtoonni ulaagaalee caalbaasichaa guuttan guyyaa Beeksisni Gaazexaa Addis Zaman irratti maxxanfamee bahee kaasee sanada caalbaasii bitachuun dorgomuu kan dandeessan tahuu isin beeksifna.

Ulaagaalee Dorgommiif Barbaachisan:-

1. Hayyama Daldalaa Bara 2019 haarayoome dhiyeeffachuu qaba.

2. Xalayaa ragaa dhiyeessummaa kan qabu.

3. Dorgomaan Galmaa'aa taaksii dabalata qabeenyaaf (VAT) tahuu qaba. 

4. Tin numberii qabaachuufi kabachiisa Caalbaasii qarshii 1,000,000(miliyoona tokko) qofa qabsiisuu isan Cheekii(CPO) Baankiin mirkanaa'e dhiheeyfachuu qaba.

5. Dorgomtoonni sanada caalbaasii argachuuf guyyaa gaazexaa irratti maxxanfamee kaasee guyyoota hojii walitti aanan kudha shan (15) keessatti kan hin deebine gatii tokkoo sanadichaa qarshii 1000(kuma tokko) qofa Waajjira Galiiwwan Bulchiinsa Magaalaa Dadaritti kaffaluudhaan sa'aa hojii mootummaa keessatti Waajjira Maallaqaa Bulchiinsa Magaalaa Dadar Kutaa Adeemsa Hojii Bittaa Lakk.4 irraa argachuu ni danda'a.

6. Dorgomtoonni sanada dorgommii guutanii galfatan ragaa Orijinaalaa fi Koppii adda bahee saamsamee fi Chaappaan rukutame sanduuqa caalbaasichaaf qophaa'e keessatti galfachuu qaba.

7. Caalbaasichi guyyaa 4/3/2019 sa'aatii 4:00 irratti cufamee, guyyuma walfakkaataa kana waaree booda sa'aatii 8:00 irratti iddoo dorgomtoonni ykn bakka bu'oonni seeraa isaanii akkasumas qaamni dhimmi ilaallatu argamanitti ni banama.

  • Hubachiisa:-Waajjirichi Carraa Fooyyee Yoo Argate, Caalbaasicha Guutuu Ykn Gar-Tokkeen Haquuf Mirga Guutuu Qaba.
  • Odeeffannoo Dabalataaf Lakk. 09 75 30 62 89/ 09 20 45 26 18

Godina Baha Oromiyaatti Waajjira Maallaqaa Bulchiinsa Magaalaa Dadar


Tender details

  • Deadline: 2026-11-13
  • Bid closing time: 10:00
  • Bid closing (note): 4/3/2019 sa'aatii 4:00 irratti
  • Bid opening: 2026-11-13 14:00
  • Bid opening (note): 4/3/2019 sa'aatii 8:00 irratti
  • Region: Oromia
  • Publishing entity: Waajjira Maallaqaa Bulchiinsa Magaalaa Dadar
  • Bid bond: Qarshii 1,000,000.00
  • Bid document price: Qarshii 1000.00
  • Published on: Addis Zemen (Oct 27, 2026)
  • Posted at: 2026-10-27T08:26:48.000Z
  • Source: Qelal Tenders
← Back to all tenders