Finishig Works

Sirreeffama Beeksisa Caalbaasii

Description

Sirreeffama Beeksisa Caalbaasii

Waajjirri Maallaqaa Aanaa Kurfaa Callee beeksisa caalbaasii gaafa guyyaa 13/2/2019 irratti Gamoo Abbaa Alangaa kan jedhee ibsame dogoggora waan ta'eef, gara Gamoo waajjira Bulchinsa Aanaa Krfaa Callee jedhutti akka nuuf sirraa'u, Gamoo G+1 jedhame ibsame dogoggora waan ta'eef gara Gamoo G+2 jedhutti akka nuuf sirraa'u fi akkasumaas sadarkaa dorgomtootaa irratti Gc/Bc 4 fi isaa ol kan jedhame ibsame dogoggora waan ta'eef gara Gc/Bc 3 fi isaa ol jedhuun akka nuuf siirraa'u kabajaa olaanaadhaan gaafanna.

Waajjirri Maallaqaa Aanaa Kurfaa Callee

Please use the following link for the previous tender 

https://tenders.qelal.et/tender-6adb2c890a538a0322000001/ 


Tender details

  • Deadline: 2026-11-13
  • Bid closing time: 10:00
  • Bid opening: 2026-11-13 10:30
  • Region: Oromia
  • Publishing entity: Waajjira Maallaqaa Aanaa Kurfaa Callee
  • Published on: Addis Zemen (Oct 27, 2026)
  • Posted at: 2026-10-27T08:32:23.000Z
  • Source: Qelal Tenders
← Back to all tenders